LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 2
  • Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yosiyaas Hiriyoota Gaarii Qaba Ture
    Ijoollee Keessan Barsiisaa
  • “Iddaa” Irraa Maal Baranna?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Miira Ariitii Qabaadhaa Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 2
Yosiyaas Mootichi barreessan isaa Shaafaan maraa kitaabaa yommuu isaaf dubbisuutti gad of qabuudhaan dhaggeeffachaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?

Yosiyaas Yihowaa gammachiisuuf fedhii guddaa qaba ture (2Mo 22:1-5)

Yosiyaas gad of qabuudhaan dogoggora saba isaa amanee fudhateera (2Mo 22:13; w00-AM 9/15 29-30)

Yosiyaas waan gad of qabeef Yihowaan isa eebbiseera (2Mo 22:18-20; w00-AM 9/15 30 key. 2)

Gad of qabuudhaan qajeelfama isaa argachuuf yeroo yaallutti, akkasumas balleessaa keenya amannee daandii keenya sirreessuuf yeroo carraaqnutti surraa Yihowaa arganna.—Yaq 4:6.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi