LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 7
  • “Garaa Kee Eeggadhu”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Garaa Kee Eeggadhu”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Guddina Gochaa Jirtu Galmeessi
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Dubbii Namoonni Amanamoon Dhumarratti Dubbatanirraa Maal Baranna?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 7

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Garaa Kee Eeggadhu”

Solomoon hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee, “Wantoota hundumaa caalaa garaa kee eeggadhu” jedhee barreesseera. (Fak 4:23) Kan nama gaddisiisu garuu Israaʼeloonni warri saba Waaqayyoo taʼan, “garaa isaanii guutuudhaan” Yihowaa dura deddeebiʼuu dhaabaniiru. (2Se 6:14) Solomoon Mootichi illee haadhotiin manaa isaa warri waaqolii sobaa waaqeffatan garaan isaa waaqolii sobaatti akka jalʼatu godhaniiru. (1Mo 11:4) Garaa keenya eeggachuu kan dandeenyu akkamitti? Gaaffiin kun mata duree qoʼannaa Masaraa Eegumsaa Amajjii 2019 fuula 14-19 irratti argamudha.

VIIDIYOO BARUMSA MASARAA EEGUMSAA IRRAA ARGANNU—GARAA KEESSAN EEGGADHAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Kiristiyaanonni kun dhiibbaan amantii isaanii laaffisu akkamii isaan mudatee ture? Mata dureen qoʼannaa kun garaa isaanii eeggachuuf kan isaan gargaare akkamitti?

  • Suuraa, viidiyoo “Barumsa Masaraa Eegumsaa Irraa Argannu—Garaa Keessan Eeggadhaa” jedhamu irraa fudhatame. Bireentii fi Laawuran muuxannoo isaanii dubbachaa jiru.

    Bireentii fi Laawuran

  • Suuraa, viidiyoo “Barumsa Masaraa Eegumsaa Irraa Argannu—Garaa Keessan Eeggadhaa” jedhamu irraa fudhatame. Umjaay beeksisa waaʼee mana jireenyaa dubbatu tokko ilaalaa jirti.

    Umjaay

  • Suuraa, viidiyoo “Barumsa Masaraa Eegumsaa Irraa Argannu—Garaa Keessan Eeggadhaa” jedhamu irraa fudhatame. Happiin muuxannoo ishii dubbachaa jirti.

    Happii Laayuu

Mata dureen qoʼannaa kun siinoo kan si gargaare akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi