Guraandhala Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Guraandhala 2018 Maree Fakkeenya Taʼu Guraandhala 5-11 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 12-13 Fakkeenya Waaʼee Qamadii fi Inkirdaadaa Dubbatu AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban Guraandhala 12-18 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 14-15 Namoota Muraasatti Fayyadamanii Namoota Hedduu Sooruu AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU “Abbaa Kee fi Haadha Keef Ulfina Kenni!” Guraandhala 19-25 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 16-17 Ilaalcha Eenyuutu Dhiibbaa Isin Irratti Gochaa Jira? AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Gaaffiiwwanitti Akka Gaariitti Fayyadamuu Guraandhala 26–Bitootessa 4 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 18-19 Ofis Taʼe Namoota Kaan Gufachiisuu Irraa Of Qusadhaa