38 Inni garuu, “Ilmi koo isinii wajjin gad hin buʼu; sababiin isaas obboleessi isaa duʼeera, amma kan hafe isa qofa dha.+ Daandii keessan irratti balaa cimaan yoo isa irra gaʼe, isin dhugumaan harrii koo gaddaan+ gara Awwaalaatti+ gad ni buustu” jedhe.