Uumama 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare. Uumama 17:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Biyya nama biyya ormaa taatee keessa jiraatte,+ jechuunis guutummaa biyya Kanaʼaan sii fi sanyii kee warra si booda dhufaniif dhaala dhaabbataa taʼe godhee nan kenna; Waaqa isaaniis nan taʼa.”+ Uumama 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Akka nama biyya ormaa taʼiitii biyya kana keessa jiraadhu;+ biyyoota kana hundumaa sii fi sanyii keetiif waanan kennuuf,+ ani sii wajjin nan taʼa, sin eebbisas; kakaa ani akkana jedhee abbaa kee Abrahaamiif kakadhes nan raawwadha:+ Uumama 28:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+
7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare.
8 Biyya nama biyya ormaa taatee keessa jiraatte,+ jechuunis guutummaa biyya Kanaʼaan sii fi sanyii kee warra si booda dhufaniif dhaala dhaabbataa taʼe godhee nan kenna; Waaqa isaaniis nan taʼa.”+
3 Akka nama biyya ormaa taʼiitii biyya kana keessa jiraadhu;+ biyyoota kana hundumaa sii fi sanyii keetiif waanan kennuuf,+ ani sii wajjin nan taʼa, sin eebbisas; kakaa ani akkana jedhee abbaa kee Abrahaamiif kakadhes nan raawwadha:+
13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+