LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 31:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.

  • Baʼuu 40:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Dhugaa Baatuu+ sana fuudhee Taaboticha+ keessa kaaʼe; danqaraawwan+ sanas Taaboticha keessa loose; qadaadichas+ Taaboticha irra kaaʼe.+

  • 1 Mootota 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Gabateewwan dhagaa lamaan+ yommuu sabni Israaʼel biyya Gibxiitii baʼanii+ fi Yihowaan isaanii wajjin kakuu galetti+ Museen Horeebitti achi keessa kaaʼeen+ alatti wanti kan biraan Taaboticha keessa hin jiru ture.

  • Ibroota 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Iddoo kana keessa qodaan ixaanni itti aarfamuu inni warqii irraa tolfamee+ fi taabonni kakuu+ guutummaan isaa warqiidhaan uwwifame+ jira ture; taabota kana keessas hubboon warqii mannaa qabate,+ uleen Aaron inni late,+ akkasumas gabateewwan+ kakuun irratti barreeffame jira ture;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi