-
Leewwota 5:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Cubbuu iddoo qulqulluu sana irratti raawwateef kiisii haa kaffalu; kana malees, gatii isaa irratti harka shan keessaa harka tokko itti dabalee haa kaffalu.+ Lubichi korbeessa hoolaa aarsaa yakkaatiif dhihaatu sanaan araara akka isaaf argamsiisuuf,+ inni wanta kana lubichaaf ni kenna; cubbuun isaas isaaf ni dhiifama.+
-
-
Leewwota 7:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Seerri aarsaa cubbuu ilaalchisee kenname aarsaa yakkaatiifis ni hojjeta; inni kan luba isa araara ittiin argamsiisu sanaa ni taʼa.+
-