LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Tajaajiltoota sana keessaa tokko, “Kunoo, ani ilmi Issey isa nama Beetaliheem taʼee akka gaariitti baganaa akka taphatu argeera; kana malees, inni onnataa fi loltuu jabaa dha.+ Inni akka gaariitti dubbachuu dandaʼa; bifti isaa miidhagaa dha;+ Yihowaanis isaa wajjin jira”+ jedhe.

  • 2 Saamuʼel 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Tajaajiltoonni isaa warri isa duukaa baʼan* hundi, Kereetonni, Pheleetonnii+ fi namoonni Gaat+ 600n warri Gaatii+ baʼanii isa duukaa buʼan hundi mootichi utuu isaan ilaaluu isa* dura darbu turan.

  • 2 Saamuʼel 23:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese.

  • 2 Saamuʼel 23:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Abishaay+ obboleessi Yoʼaab ilmi Zeruuyaa+ dura buʼaa namoota kan biroo sadii ture; inni eeboo isaa mirmirsee namoota 300 ni ajjeese; akkuma namoota sadaniis beekamaa ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 11:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Loltoonni jajjaboon humnoota waraanaa kanneen kana turan: Asaahel+ obboleessa Yoʼaab, Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi