-
1 Mootota 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 akkuman, ‘Sanyii kee keessaa namni teessoo Israaʼel irra taaʼu matumaa hin dhabamu’ jedhee abbaa kee Daawitiif waadaa galetti, teessoo mootummaa keetii bara baraaf Israaʼel irratti jabeessee nan dhaaba.+
-
-
Faarfannaa 89:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,
Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+
-