-
Izraa 2:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan; 2 isaan Zarubaabel,+ Yeshuwaa,+ Nahimiyaa, Seraayaa, Reʼelaayaa, Mordekaay, Bilshaan, Misphaar, Bigwaay, Rehuumii fi Baʼaanaa wajjin dhufan.
Lakkoofsi dhiirota Israaʼel kanneen kana kan dabalatu ture:+
-
-
Izraa 3:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Isaan akka Seera Musee+ isa nama Waaqa dhugaa taʼe sanaa keessatti barreeffametti, achi irratti aarsaawwan gubaman dhiheessuuf Yeshuwaan+ ilmi Yehozaadaaqii fi luboonni isaa wajjin tajaajilan, akkasumas Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii+ fi obboloonni isaa kaʼanii iddoo aarsaa Waaqa Israaʼel ni ijaaran.
-