LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Yaa Israaʼel dhagaʼi: Waaqni keenya Yihowaan, Yihowaa tokkicha dha.+

  • Faarfannaa 83:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+

      Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan.

  • Isaayyaas 44:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+

      Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:

      ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+

      Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+

  • 1 Qorontos 8:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi