-
2 Saamuʼel 22:26-31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Nama amanamaa taʼeef amanamaa ni taata;+
Nama jabaa balleessaa hin qabneefis balleessaa kan hin qabne taʼuu kee ni argisiista;+
27 Nama qulqulluudhaaf qulqulluu ni taata,+
28 Ati warra gad of qaban ni oolchita,+
Ijji kee garuu warra of tuulan ni morma; ati isaan ni salphista.+
30 Gargaarsa keetiin tuuta weerartootaa dura dhaabbachuu nan dandaʼa;
Humna Waaqayyootiin dallaa utaaluu nan dandaʼa.+
Inni warra isatti kooluu galan hundumaatiif gaachana.+
-
-
Iyyoob 34:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sababiin isaas, inni namaaf akka hojii isaatti ni deebisa,+
Miidhaa daandii isaatiin kan kaʼe dhufus isuma irratti ni deebisa.
-