Isaayyaas 60:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana booda biyya kee keessatti jeequmsiYookiin daangaawwan kee keessatti badiisnii fi diigamuun hin dhagaʼamu.+ Atis dallaawwan kee Fayyina,+ karrawwan kees Jajannaa jettee ni waamta. Isaayyaas 65:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Mana isaan ijaaran keessa namni kan biraan hin jiraatu,Muka wayinii isaan dhaabanis namoonni kan biroon hin nyaatan. Sababiin isaas, umuriin saba kootii akkuma umurii mukaa ni taʼa,+Warri ani filadhes hojii harka isaaniitti guutummaatti ni gammadu. Ermiyaas 23:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bara isaatti Yihudaan ni oolti;+ Israaʼelis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan inni ittiin waamamus, ‘Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha’ kan jedhu taʼa.”+ Hisqiʼel 34:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 “‘“Ani isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ isaan lafa onaa keessa tasgabbiidhaan akka jiraatanii fi bosona keessa akka ciciisaniif+ bineensota bosonaa hamoo taʼan biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+ Hoseʼaa 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Guyyaa sanatti ani isaaniif jedhee bineensota bosonaa wajjin,Simbirroota samii fi uumamawwan lafa irra munyuuqanii wajjin kakuu nan gala;+Iddaa, goraadee fi waraana biyyattii keessaa nan balleessa;+Tasgabbiidhaan akka ciisanis* nan godha.+
18 Kana booda biyya kee keessatti jeequmsiYookiin daangaawwan kee keessatti badiisnii fi diigamuun hin dhagaʼamu.+ Atis dallaawwan kee Fayyina,+ karrawwan kees Jajannaa jettee ni waamta.
22 Mana isaan ijaaran keessa namni kan biraan hin jiraatu,Muka wayinii isaan dhaabanis namoonni kan biroon hin nyaatan. Sababiin isaas, umuriin saba kootii akkuma umurii mukaa ni taʼa,+Warri ani filadhes hojii harka isaaniitti guutummaatti ni gammadu.
6 Bara isaatti Yihudaan ni oolti;+ Israaʼelis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan inni ittiin waamamus, ‘Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha’ kan jedhu taʼa.”+
25 “‘“Ani isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ isaan lafa onaa keessa tasgabbiidhaan akka jiraatanii fi bosona keessa akka ciciisaniif+ bineensota bosonaa hamoo taʼan biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+
18 Guyyaa sanatti ani isaaniif jedhee bineensota bosonaa wajjin,Simbirroota samii fi uumamawwan lafa irra munyuuqanii wajjin kakuu nan gala;+Iddaa, goraadee fi waraana biyyattii keessaa nan balleessa;+Tasgabbiidhaan akka ciisanis* nan godha.+