- 
	                        
            
            Ermiyaas 42:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 “Sababiin isaas, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Dheekkamsi koo fi aariin koo jiraattota Yerusaalem irratti akkuma dhangalaʼe,+ isin gara Gibxii yoo deemtan, dheekkamsi koo isin irrattis ni dhangalaʼa; isinis kan abaaramtan, wanta nama sodaachisu, warra salphatanii fi warra arrabsaman ni taatu;+ biyya kanas matumaa lammata hin argitan.’
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faaruu Ermiyaas 5:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Bara baraaf kan nu irraanfattuu fi yeroo dheeraa hammanaatiif kan nu dhiistu maaliifi?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Daaniʼel 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Yaa Yihowaa, maaloo akka gochawwan qajeelummaa+ kee hundumaatti aariin kee fi dheekkamsi kee magaalaa kee Yerusaalem ishii gaara qulqulluu taate sana irraa haa deebiʼu; sababiin isaas, Yerusaalemii fi sabni kee cubbuu keenyaa fi dogoggora abbootii keenyaatiin kan kaʼe namoota naannoo keenyatti argaman hundumaa gidduutti kan arrabsaman taʼaniiru.+
 
 -