LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+

  • Keessa Deebii 18:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, namni wantoota kana raawwatu kam iyyuu Yihowaa duratti jibbisiisaa dha; Waaqni kee Yihowaan si duraa isaan ariʼaa kan jirus gochawwan jibbisiisoo kanaan kan kaʼe dha.

  • Faarfannaa 106:36-38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Waaqolii tolfamoo isaanii tajaajiluu isaanii itti fufan,+

      Waaqoliin kunis kiyyoo isaanitti taʼan.+

      37 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii

      Jinniiwwaniif aarsaa godhanii dhiheessu turan.+

      38 Dhiiga qulqulluu,

      Dhiiga ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii

      Warra waaqolii tolfamoo Kanaʼaaniif aarsaa godhan+ sanaa dhangalaasuu isaanii hin dhiisne;+

      Biyyattiinis dhiigaan ni faalamte.

  • Ermiyaas 7:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii ibiddaan gubuuf,+ iddoowwan ol kaʼoo Tofeet isa Sulula Ilma Hinoom*+ keessatti argamu ijaaraniiru; kunis wanta ani hin ajajnee fi matumaa garaa kootti illee hin yaanne* dha.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi