LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 23:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Achiis hoolota koo warra hafan biyyoota ani itti isaan bittinneesse hundumaa irraa walitti nan qaba;+ gara kaloo isaaniitti isaan nan deebisa;+ isaanis ni horu, ni baayʼatus.+

  • Hisqiʼel 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Kanaafuu akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kana malees, ani saboota keessaa walitti isin nan qaba; biyyoota itti bittinnooftan keessaa isin nan sassaaba; biyya Israaʼelis isiniif nan kenna.+

  • Amoos 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+

      Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+

      Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+

      Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+

  • Miikiyaas 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Saba kee, bushaayee dhaala keetii,

      Isa bosona keessa, maasii fuduraa gidduu kophaa isaa jiraachaa ture sana ulee keetiin tiksi.+

      Isaan akkuma bara durii Baashaanii fi Giiliyaad keessa haa dheedan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi