Amoos 9:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+ Zakkaariyaas 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 ‘Sababiin isaas, sanyiin nagaa ni facaafama; mukti wayinii firii isaa ni kenna; lafti oomisha ishii ni kenniti;+ samiinis fixeensa isaa ni kenna; ani warri saba kana keessaa hafan wantoota kana hundumaa akka dhaalan nan godha.+
14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+
12 ‘Sababiin isaas, sanyiin nagaa ni facaafama; mukti wayinii firii isaa ni kenna; lafti oomisha ishii ni kenniti;+ samiinis fixeensa isaa ni kenna; ani warri saba kana keessaa hafan wantoota kana hundumaa akka dhaalan nan godha.+