LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 31:31-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyoonni ani mana Israaʼelii fi mana Yihudaa wajjin kakuu haaraa itti galu ni dhufu.+ 32 Kunis akka kakuu isa yeroon biyya Gibxiitii isaan baasuuf harka isaanii qabetti abbootii isaanii wajjin gale sanaa miti;+ ‘ani gooftaa isaanii isa dhugaa* yoon taʼe iyyuu, isaan kakuu koo cabsaniiru’ jedha Yihowaan.”+

      33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+

      34 Yihowaan akkana jedha: “Sana booda isaan keessaa eenyu iyyuu, ‘Yihowaa beeki!’ jedhee nama kan biraas taʼe obboleessa isaa hin barsiisu;+ sababiin isaas, isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti hundi isaanii iyyuu na beeku.+ Ani balleessaa isaanii isaaniif nan dhiisa, cubbuu isaaniis sana booda hin yaadadhu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi