-
Mulʼata 2:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 ‘Ani hojii kee, dadhabbii kee fi jabaattee dhaabbachuu kee beeka; akkasumas namoota gadhee callistee ilaaluu akka hin dandeenyee fi warra ergamoota utuu hin taʼin ergamoota ofiin jedhan+ qortee sobduu taʼuu isaanii akka hubatte beeka.
-