LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Mootota baha Yordaanositti moʼaman (1-6)

      • Mootota dhiha Yordaanositti moʼaman (7-24)

Iyyaasuu 12:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Laga Gogaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 2:24
  • +Kes 3:8
  • +Kes 4:47-49

Iyyaasuu 12:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Laga Gogaa.”

  • *

    Ykn., “Laga Gogaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:23, 24
  • +Kes 3:12
  • +Lak 21:13

Iyyaasuu 12:3

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, haroo Genesaarex ykn Galaana Galiilaa.

  • *

    Jechuunis, Galaana Duʼaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:1
  • +Kes 3:27

Iyyaasuu 12:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:33-35
  • +Kes 3:11

Iyyaasuu 12:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 29:7
  • +Iya 13:13
  • +Lak 21:26

Iyyaasuu 12:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:23, 24, 33-35
  • +Lak 32:33; Kes 3:12, 13

Iyyaasuu 12:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 13:1, 5
  • +Iya 1:4
  • +Iya 11:16, 17
  • +Kes 2:12
  • +Iya 11:23

Iyyaasuu 12:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:40; 11:16
  • +Uma 15:16
  • +Bau 3:8; 23:23; Kes 7:1

Iyyaasuu 12:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 6:2
  • +Iya 8:29

Iyyaasuu 12:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:23, 26

Iyyaasuu 12:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:33

Iyyaasuu 12:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:38

Iyyaasuu 12:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:29

Iyyaasuu 12:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:28
  • +Abo 1:22

Iyyaasuu 12:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:1, 10

Iyyaasuu 12:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:34

Iyyaasuu 12:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:1, 2

Yaada Wal Simu

Iya. 12:1Kes 2:24
Iya. 12:1Kes 3:8
Iya. 12:1Kes 4:47-49
Iya. 12:2Lak 21:23, 24
Iya. 12:2Kes 3:12
Iya. 12:2Lak 21:13
Iya. 12:3Yoh 6:1
Iya. 12:3Kes 3:27
Iya. 12:4Lak 21:33-35
Iya. 12:4Kes 3:11
Iya. 12:5Kes 29:7
Iya. 12:5Iya 13:13
Iya. 12:5Lak 21:26
Iya. 12:6Lak 21:23, 24, 33-35
Iya. 12:6Lak 32:33; Kes 3:12, 13
Iya. 12:7Iya 13:1, 5
Iya. 12:7Iya 1:4
Iya. 12:7Iya 11:16, 17
Iya. 12:7Kes 2:12
Iya. 12:7Iya 11:23
Iya. 12:8Iya 10:40; 11:16
Iya. 12:8Uma 15:16
Iya. 12:8Bau 3:8; 23:23; Kes 7:1
Iya. 12:9Iya 6:2
Iya. 12:9Iya 8:29
Iya. 12:10Iya 10:23, 26
Iya. 12:12Iya 10:33
Iya. 12:13Iya 10:38
Iya. 12:15Iya 10:29
Iya. 12:16Iya 10:28
Iya. 12:16Abo 1:22
Iya. 12:19Iya 11:1, 10
Iya. 12:22Iya 21:34
Iya. 12:23Iya 11:1, 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 12:1-24

Iyyaasuu

12 Mootonni biyyattii warri Israaʼelonni moʼan, warri Israaʼelonni biyya isaanii isa Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argamu, Sulula* Arnoon+ irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti,+ akkasumas guutummaa Arabaa isa gara bahaatiin argamu+ dhaalaan jalaa fudhatan sun kanneen kana dha: 2 Mootii Amoorotaa kan taʼe Sihoon+ isa Heshboon keessa jiraachaa turee fi Aroʼer+ ishii qarqara Sulula* Arnoonitti+ argamtu, walakkaa sululichaa fi walakkaa Giiliyaad irraa hamma Sulula* Yaaboq isa daangaa Amoonotaa taʼetti bulchaa ture. 3 Akkasumas, inni Arabaa kallattii bahaatiin hamma Galaana Kinereetitti,*+ akkasumas hamma Galaana Arabaa, jechuunis Galaana Soogiddaa* isa Beet Yeshiimoot irraa kallattii bahaatiin argamuutti, kallattii kibbaatiin immoo hamma naannoo irraan gadee Phisgaa+ jalatti argamuutti bulchaa ture.

4 Kana malees, naannoo Oog+ mootii Baashaan isa namoota Refaayim+ warra dhumaa keessaa tokko turee fi Ashtaarotii fi Edraay keessa jiraachaa ture 5 isa Gaara Hermoon, Saalekaa fi guutummaa Baashaan+ keessatti hamma daangaa Geeshurotaa fi Maʼaakaatotaatti,+ akkasumas walakkaa Giiliyaad hamma naannoo Sihoon mootii Heshboonitti+ bulchaa ture sanaa.

6 Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼee fi Israaʼelonni isaan ni injifatan;+ sana booda Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe biyya isaanii Ruubenotaaf, Gaadotaa fi walakkaa gosa Minaaseetiif dhaalaan ni kenne.+

7 Mootonni biyyattii warri Yordaanos irraa kallattii dhihaatti argaman, warri Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon+ keessatti argamu irraa hamma Gaara Halaaq+ isa gara Seʼiiritti+ ol baʼu keessa jiraatan, warri Iyyaasuunii fi Israaʼelonni moʼan kanneen kana dha; sana booda Iyyaasuun biyya isaanii akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne;+ 8 kana malees, mootota naannoo gaarotaa keessa, Shefelaa keessa, Arabaa keessa, irraan gadeewwan irra, lafa onaa keessaa fi Negeeb+ keessa, jechuunis biyya Heetotaa, biyya Amoorotaa,+ biyya Kanaʼaanotaa, biyya Pheriizotaa, biyya Hiiwotaa fi biyya Yebuusotaa+ keessa jiran ni moʼan; mootonni sunis kanneen kana dha:

 9 Mootii Yerikoo,+ tokko; mootii Aay+ ishii Beetel bira turtee, tokko;

10 mootii Yerusaalem, tokko; mootii Kebroon,+ tokko;

11 mootii Yaarmut, tokko; mootii Laakiish, tokko;

12 mootii Egloon, tokko; mootii Geezer,+ tokko;

13 mootii Deebir,+ tokko; mootii Geeder, tokko;

14 mootii Hoormaa, tokko; mootii Aaraad, tokko;

15 mootii Libnaa,+ tokko; mootii Adulaam, tokko;

16 mootii Maaqedaa,+ tokko; mootii Beetel,+ tokko;

17 mootii Taaphuʼaa, tokko; mootii Hefeer, tokko;

18 mootii Afeeq, tokko; mootii Laashaaron, tokko;

19 mootii Maadon, tokko; mootii Hazoor,+ tokko;

20 mootii Shimroon Meroon, tokko; mootii Akshaaf, tokko;

21 mootii Taʼaanaak, tokko; mootii Megidoo, tokko;

22 mootii Qeedesh, tokko; mootii Yoqneʼaam+ ishii Qarmeelos keessatti argamtuu, tokko;

23 mootii Door ishii tulluuwwan Door+ irratti argamtuu, tokko; mootii Gooyim ishii Gilgaal keessatti argamtuu, tokko;

24 mootii Tirzaa, tokko; walumaa galatti mootota 31 turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi