LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 40
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqa gita hin qabne galateeffachuu

        • Gochi Waaqaa lakkaaʼamee hin dhumu (5)

        • Waaqni iddoo hundumaa caalu kan kennu aarsaadhaaf miti (6)

        • “Fedhii kee raawwachuun na gammachiisa” (8)

Faarfannaa 40:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ani Yihowaa obsaan nan eeggadhe.”

  • *

    Ykn., “na dhaggeeffachuuf gad jedhee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:15

Faarfannaa 40:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:3; 98:1

Faarfannaa 40:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sobduu.”

Faarfannaa 40:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 15:3
  • +Bau 15:11
  • +Fr 139:17, 18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 47

Faarfannaa 40:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kennaatti hin gammanne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:22; Fr 51:16, 17; Hos 6:6
  • +Isa 50:5
  • +Ibr 10:5-9

Faarfannaa 40:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:44

Faarfannaa 40:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hawwii koo ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 4:34
  • +Fr 37:31; Rom 7:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2017, ful. 13

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 6-7

Faarfannaa 40:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:22
  • +Ibr 13:15

Faarfannaa 40:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 2:12

Faarfannaa 40:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 61:6, 7

Faarfannaa 40:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:20
  • +Fr 38:4

Faarfannaa 40:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:17
  • +Fr 38:22; 70:1-5

Faarfannaa 40:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:29
  • +Fr 13:5
  • +Fr 35:27

Faarfannaa 40:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 54:4; Isa 50:7; Ibr 13:6
  • +Fr 143:7

Yaada Wal Simu

Far. 40:1Fr 34:15
Far. 40:3Fr 33:3; 98:1
Far. 40:5Mul 15:3
Far. 40:5Bau 15:11
Far. 40:5Fr 139:17, 18
Far. 40:61Sa 15:22; Fr 51:16, 17; Hos 6:6
Far. 40:6Isa 50:5
Far. 40:6Ibr 10:5-9
Far. 40:7Luq 24:44
Far. 40:8Yoh 4:34
Far. 40:8Fr 37:31; Rom 7:22
Far. 40:9Fr 22:22
Far. 40:9Ibr 13:15
Far. 40:10Ibr 2:12
Far. 40:11Fr 61:6, 7
Far. 40:12Fr 71:20
Far. 40:12Fr 38:4
Far. 40:13Fr 25:17
Far. 40:13Fr 38:22; 70:1-5
Far. 40:16Kes 4:29
Far. 40:16Fr 13:5
Far. 40:16Fr 35:27
Far. 40:17Fr 54:4; Isa 50:7; Ibr 13:6
Far. 40:17Fr 143:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 40:1-17

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit. Faarfannaa.

40 Ani garaadhaa Yihowaa nan abdadhe,*

Innis gurra isaa natti qabee* iyyan gargaarsa argachuuf dhiheesse ni dhagaʼe.+

 2 Boolla huursu keessaa,

Dhoqqee mucucaatu keessaas na baase.

Miila koo kattaa irra dhaabbachiise,

Iddoo amansiisaa irras na dhaabe.

 3 Achiis Waaqa keenyaaf faarfannaa haaraa,+

Faarfannaa galataa afaan koo keessa ni kaaʼe.

Namoonni hedduun kabaja guddaadhaan ni ilaalu,

Yihowaattis ni amanamu.

 4 Namni Yihowaatti amanamu,

Namni gara namoota tole hin jennetti yookiin gara warra soba* taʼanitti hin garagalle gammadaa dha.

 5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,

Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,

Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+

Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+

Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,

Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+

 6 Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne,*+

Taʼus akkan dhagaʼuuf gurra koo ni bante.+

Ati aarsaa gubamuu fi aarsaa cubbuu hin gaafanne.+

 7 Anis akkanan jedhe: “Kunoo, ani dhufeera.

Waaʼeen koo maraa kitaabaa irratti barreeffameera.+

 8 Yaa Waaqa koo, fedhii kee raawwachuun na gammachiisa.*+

Seerri kees garaa koo keessa jira.+

 9 Gumii guddaa keessatti misiraachoo qajeelummaa nan labsa.+

Yaa Yihowaa, ati akka gaariitti akkuma beektu,

Kunoo, ani afaan koo hin dhowwu.+

10 Ani qajeelummaa kee garaa koo keessatti hin dhoksu.

Amanamummaa kee fi fayyisuu kee nan labsa.

Gumii guddaa keessatti jaalala kee isa amanamaa fi dhugaa kee hin dhoksu.”+

11 Yaa Yihowaa, gara laafina kee na hin dhowwatin.

Jaalalli kee inni amanamaanii fi dhugaan kee yeroo hundumaa na haa eegan.+

12 Badiisni natti marse lakkoofsa hin qabu.+

Daandii koo ilaaluu hamman dadhabutti dogoggorawwan koo na liqimsaniiru;+

Isaan rifeensa mataa koo caalaa hedduu dha,

Anis abdii kutadheera.

13 Yaa Yihowaa, maaloo na oolchuuf fedhii qabaadhu.+

Yaa Yihowaa, na gargaaruuf ariifadhu.+

14 Warri lubbuu koo balleessuu barbaadan hundi

Haa qaaneffaman, haa salphifamanis.

Warri rakkina kootti gammadan

Salphinaan duubatti haa deebiʼan.

15 Warri, “Ishoo! Ishoo!” naan jedhan,

Qaanii isaan irra gaʼuun haa rifatan.

16 Warri si barbaaddatan+ garuu

Sitti haa gammadan, haa ililchanis.+

Warri gochawwan fayyinaa kee jaallatan yeroo hundumaa,

“Yihowaan ulfina haa argatu” haa jedhan.+

17 Ani garuu nama gargaarsa hin qabnee fi hiyyeessa dha;

Yihowaan xiyyeeffannaa naaf haa kennu.

Ati isa na gargaaruu fi isa na baraaru dha;+

Yaa Waaqa koo, hin turin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi