LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaa fi isa inni dibe

        • Yihowaan sabootatti ni kolfa (4)

        • Yihowaan mootii isaa muudeera (6)

        • Ilma isaatiif ulfina kennaa (12)

Faarfannaa 2:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “irratti xiinxalan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:25-28

Faarfannaa 2:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gorsa fudhatanii.”

  • *

    Ykn., “Kiristoos isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:1, 2; Luq 23:10, 11; Mul 19:19
  • +Fr 89:20; Isa 61:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

Faarfannaa 2:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:7; Mul 14:1
  • +Fr 45:6; His 21:27; Dan 7:13, 14; Mul 19:16

Faarfannaa 2:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:16, 17; Mar 1:9-11; Rom 1:4
  • +HoE 13:33; Ibr 1:5; 5:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

Faarfannaa 2:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:8; Ibr 1:2; Mul 11:15

Faarfannaa 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:5; 19:15
  • +Dan 2:44; Mul 2:26, 27

Faarfannaa 2:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akeekkachiifamaa.”

Faarfannaa 2:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ilma isaa dhungadhaa.”

  • *

    Kal., “inni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 2:9-11
  • +Yoh 3:36

Yaada Wal Simu

Far. 2:1HoE 4:25-28
Far. 2:2Mat 27:1, 2; Luq 23:10, 11; Mul 19:19
Far. 2:2Fr 89:20; Isa 61:1
Far. 2:62Sa 5:7; Mul 14:1
Far. 2:6Fr 45:6; His 21:27; Dan 7:13, 14; Mul 19:16
Far. 2:7Mat 3:16, 17; Mar 1:9-11; Rom 1:4
Far. 2:7HoE 13:33; Ibr 1:5; 5:5
Far. 2:8Fr 72:8; Ibr 1:2; Mul 11:15
Far. 2:9Mul 12:5; 19:15
Far. 2:9Dan 2:44; Mul 2:26, 27
Far. 2:12Flp 2:9-11
Far. 2:12Yoh 3:36
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 2:1-12

Faarfannaa

2 Saboonni kan jeeqaman,

Namoonnis wantoota duwwaa taʼanitti kan gunguman* maaliifi?+

 2 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabatanii,

Abbootiin taayitaa ol aanoonis tokko taʼanii walitti qabamanii,*+

Yihowaa irrattii fi isa inni dibe*+ irratti kaʼaniiru.

 3 Isaan, “Funcaa isaanii of irraa haa kukkunnu,

Wadaroo isaaniis of irraa haa darbannu!” jedhu.

 4 Inni samii keessa teessoo isaa irra taaʼu ni kolfa,

Yihowaan isaanitti qoosa.

 5 Yeroo sanatti inni dheekkamsa isaatiin isaanitti dubbata,

Dheekkamsa isaa isa bobaʼuunis isaan naasisa;

 6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,

Mootii koo muudeera”+ jedha.

 7 Labsii Yihowaa nan labsa;

Inni akkana naan jedhe: “Ati ilma koo ti;+

Ani harʼa si dhalcheera.+

 8 Na gaafadhu, anis saboota dhaala kee,

Andaara lafaas qabeenya kee godhee siif nan kenna.+

 9 Atis ulee sibiilaa mootiitiin isaan caccabsita,+

Akka qiraaciittis isaan hurreessita.”+

10 Kanaafuu, isin mootonni hubannaa qabaadhaa;

Isin abbootiin murtii lafaas sirreeffama fudhadhaa.*

11 Sodaadhaan Yihowaa tajaajilaa,

Isaaf hollachuuttis gammadaa.

12 Ilma isaatiif ulfina kennaa,*+ taʼuu baannaan Waaqayyo* ni dheekkama,

Isinis karaa irraa ni balleeffamtu,+

Sababiin isaas, dheekkamsi isaa dafee bobaʼa.

Warri isatti kooluu galan hundi gammadoo dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi