LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan Madda gaarummaa ti

        • ‘Yihowaan gaʼee koo ti’ (5)

        • ‘Halkan yaanni koo na sirreessa’ (7)

        • ‘Yihowaan mirga koo jira’ (8)

        • “Awwaala keessatti na hin dhiistu” (10)

Faarfannaa 16:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 16:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:20

Faarfannaa 16:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 27-28

Faarfannaa 16:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:63

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 26-27

Faarfannaa 16:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 8:19; Fr 97:7; Yon 2:8
  • +Bau 23:13; Iya 23:6, 7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 27-28

Faarfannaa 16:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:26
  • +Fr 23:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 25

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 29

Faarfannaa 16:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:55

Faarfannaa 16:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “miirri koo inni gad fagoon.” Kal., “kaleen koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:17
  • +Fr 17:3; 26:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 26

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2016, ful. 9

Faarfannaa 16:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin gatantaru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 139:17, 18
  • +Fr 73:23; HoE 2:25-28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 27

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2008, ful. 3

    10/1/2006, ful. 32

Faarfannaa 16:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ulfinni koos.”

  • *

    Ykn., “Foon koos tasgabbiidhaan ni jiraata.”

Faarfannaa 16:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

  • *

    Ykn tarii, “akka tortoru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 49:15; HoE 2:31; 3:15; Mul 1:17, 18
  • +Iyo 14:13, 14; HoE 13:34-37

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 66, 146

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 16

Faarfannaa 16:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wajjin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:28
  • +Fr 21:6; Mat 5:8

Yaada Wal Simu

Far. 16:1Fr 25:20
Far. 16:3Fr 119:63
Far. 16:4Kes 8:19; Fr 97:7; Yon 2:8
Far. 16:4Bau 23:13; Iya 23:6, 7
Far. 16:5Fr 73:26
Far. 16:5Fr 23:5
Far. 16:6Fr 78:55
Far. 16:7Isa 48:17
Far. 16:7Fr 17:3; 26:2
Far. 16:8Fr 139:17, 18
Far. 16:8Fr 73:23; HoE 2:25-28
Far. 16:10Fr 49:15; HoE 2:31; 3:15; Mul 1:17, 18
Far. 16:10Iyo 14:13, 14; HoE 13:34-37
Far. 16:11Fak 12:28
Far. 16:11Fr 21:6; Mat 5:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 16:1-11

Faarfannaa

Miktaamii* Daawit.

16 Yaa Waaqayyo, ani sitti kooluu waanan galeef na eegi.+

 2 Yihowaadhaan akkana nan jedhe: “Ati Yihowaa dha; ati anaaf Madda gaarummaa ti.

 3 Qulqulloonni lafa irra jiran,

Warri ulfina qabeeyyiinis gammachuu guddaa naaf argamsiisu.+

 4 Warri waaqolii kan biroo duukaa buʼan gadda isaanii baayʼisu.+

Ani matumaa aarsaa dhiigaa isaaniif hin dhiheessu,

Afaan koos maqaa isaanii hin dhaʼu.+

 5 Yihowaan gaʼee koo, qooda koo isa naaf ramadamee+ fi xoofoo koo+ ti.

Ati dhaala koo ni eegda.

 6 Iddoowwan gammachiisoon naaf safaramaniiru.

Eeyyee, ani dhaala kootti gammadeera.+

 7 Yihowaa isa gorsa naaf kenne nan jajadha.+

Halkan illee yaanni keessa koo jiru* na sirreessa.+

 8 Yeroo hunda Yihowaa of dura nan kaaʼadha.+

Inni mirga kootiin waan jiruuf, ani matumaa hin raafamu.*+

 9 Kanaafuu, garaan koo ni gammada, guutummaan eenyummaa kootiis* ni ililcha.

Tasgabbiidhaanis nan jiraadha.*

10 Sababiin isaas, ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu.+

Inni siif amanamaa taʼes boolla akka argu* hin heyyamtu.+

11 Daandii jireenyaa na beeksisteetta.+

Fuula kee dura* gammachuu hedduutu jira;+

Gara harka mirgaa keetiinis bara baraaf gammachuutu jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi