LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Murtii Damaasqoo irratti dabarfame (1-11)

      • Yihowaan saboota ni ifata (12-14)

Isaayyaas 17:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 49:23; Zak 9:1
  • +2Mo 16:8, 9; Isa 8:4; Amo 1:5

Isaayyaas 17:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 32:34; Iya 13:15, 16; 2Mo 10:32, 33

Isaayyaas 17:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ilmaan Israaʼel.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:6; Isa 7:8; 28:1, 2; Hos 5:14
  • +2Mo 16:8, 9

Isaayyaas 17:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “coomni foon isaatiis.”

Isaayyaas 17:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dirree Gad Buʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:8, 12; 18:11, 16

Isaayyaas 17:6

Miiljaleewwan

  • *

    Akaakuun muka ejersaa Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsame firii ejersaa zayitiin irraa argamu kan godhatu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:27; 24:20

Isaayyaas 17:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 31:1
  • +Hos 8:6, 11

Isaayyaas 17:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 10:14; Amo 3:11

Isaayyaas 17:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nama gammachiisan.”

  • *

    Ykn., “waaqa ormaas.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:22; Hos 8:14
  • +Kes 32:4; 2Sa 22:32

Isaayyaas 17:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:30; Hos 8:7

Yaada Wal Simu

Isa. 17:1Er 49:23; Zak 9:1
Isa. 17:12Mo 16:8, 9; Isa 8:4; Amo 1:5
Isa. 17:2Lak 32:34; Iya 13:15, 16; 2Mo 10:32, 33
Isa. 17:32Mo 17:6; Isa 7:8; 28:1, 2; Hos 5:14
Isa. 17:32Mo 16:8, 9
Isa. 17:5Iya 15:8, 12; 18:11, 16
Isa. 17:6Kes 4:27; 24:20
Isa. 17:82Se 31:1
Isa. 17:8Hos 8:6, 11
Isa. 17:9Hos 10:14; Amo 3:11
Isa. 17:10Fr 50:22; Hos 8:14
Isa. 17:10Kes 32:4; 2Sa 22:32
Isa. 17:11Kes 28:30; Hos 8:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 17:1-14

Isaayyaas

17 Murtii Damaasqoo irratti dabarfame:+

“Kunoo, Damaasqoon magaalaa taʼuun ishii ni hafa,

Ishiin tuullaa diiggaa ni taati.+

 2 Magaalonni Aroʼer+ ni onu;

Isaan bakka bushaayeewwan keessa ciisan ni taʼu,

Kan isaan sodaachisus hin jiraatu.

 3 Efreem+ keessaa magaalonni dallaa dhagaa qaban ni badu,

Damaasqoo keessaas mootummaan ni bada;+

Sooriyaa keessaa warri hafan

Akkuma ulfina Israaʼelotaa* ni taʼu” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

 4 “Guyyaa sanatti ulfinni Yaaqoob ni xiqqaata,

Qaamni isaa inni fayya buleessa taʼes* ni huqqata.

 5 Inni akkuma yeroo namni midhaan dhaabbatee jiru walitti qabutti taʼu ni taʼa,

Akkuma namni tokko yeroo Sulula* Refaayim+ keessatti qaarmii midhaanii funaanu godhuttis

Irreen isaa mataa midhaanii walitti ni qaba.

 6 Akkuma yeroo mukti ejersaa* rukutamu taʼutti,

Qaarmii qofatu hafa;

Damee hunda caalaa dheeraa taʼe irratti firii ejersaa bilchaate lama yookiin sadii qofatu hafa,

Dameewwan isaa warra firii godhatan irrattis firii afur yookiin shan qofatu hafa”+ jedha Yihowaan Waaqni Israaʼel.

7 Guyyaa sanatti namni gara isa isa tolche sanaa ni ilaala, ijji isaas xiyyeeffannaadhaan gara Isa Qulqulluu kan Israaʼel ni ilaala. 8 Inni gara iddoowwan aarsaa+ warra hojii harka isaa taʼanii hin ilaalu;+ gara utubaawwan waaqeffannaa* yookiin gara miʼawwan ixaana itti aarsan warra qubni isaa tolchees xiyyeeffannaadhaan hin ilaalu.

 9 Guyyaa sanatti magaalonni isaa warri dallaa dhagaa qaban akkuma lafa gogaa bosona keessa jiruu,+

Akkuma damee Israaʼelota duratti dhiifamees ni taʼu;

Inni lafa onaa ni taʼa.

10 Sababiin isaas, ati Waaqa isa fayyisaa kee taʼe irraanfatteetta;+

Qarsaa+ dahoo keetiis utuu hin yaadatin hafteetta.

Biqiltoota mimmiidhagoo* kan dhaabde,

Damee ormaas* isa gidduutti kan dhaabde kanaafi.

11 Guyyaa, of eeggannoodhaan biqiltuu keetti dallaa ni ijaarta,

Ganamas, sanyiin kee akka latu ni goota,

Oomishni sun garuu guyyaa dhukkubaattii fi guyyaa waraansa hin fayyineetti ni bada.+

12 Ilaa, jeequmsi namoota hedduu,

Warra akkuma galaanotaatti jeeqamanii ni dhagaʼama!

Wacni sabootaa,

Warri sagaleen isaanii akkuma huursaa bishaanota jajjaboo taʼee ni dhagaʼama!

13 Saboonni sagalee akkuma huursaa bishaanota hedduu taʼee ni dhageessisu.

Inni isaan ni ifata, isaanis gara bakka fagootti ni baqatu;

Akkuma habaqii gaarota irra jiruu fi bubbeen ariʼuu,

Akkuma sokorruu bubbeen gaggaragalchaa fudhatuus ni taʼu.

14 Galgala jeequmsi jira.

Bariʼuu isaa duras isaan achitti hin argaman.

Qoodni warra nu saamanii,

Carraan warra qabeenya keenya humnaan fudhataniis kana dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi