LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Moototaa

      • Minaasee mootii Yihudaa; dhiiga ni dhangalaase (1-18)

        • Yerusaalem ni balleeffamti (12-15)

      • Amoon mootii Yihudaa (19-26)

2 Mootota 21:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 3:13; Mat 1:10
  • +2Se 33:1

2 Mootota 21:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 33:2-6
  • +Kes 12:30, 31; 2Se 36:14; His 16:51

2 Mootota 21:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:1, 4
  • +1Mo 16:30, 32
  • +2Mo 23:4
  • +Kes 4:19

2 Mootota 21:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 12:5; 2Sa 7:12, 13; 1Mo 8:29; 9:3
  • +Er 32:34

2 Mootota 21:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 6:36; 7:12
  • +His 8:16

2 Mootota 21:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ibidda keessa dabarse.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:26
  • +Lew 20:27; Kes 18:10, 11

2 Mootota 21:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 23:6
  • +2Se 33:7-9

2 Mootota 21:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 17:9
  • +Kes 28:1

2 Mootota 21:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:1

2 Mootota 21:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 33:10; 36:15, 16; Er 7:25; Mat 23:37

2 Mootota 21:11

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi Afaan Ibrootaa as irratti gale jecha “faandoo” jedhuu wajjin walitti dhufeenya qabaachuu kan dandaʼu yeroo taʼu, tuffii argisiisuuf itti hojjetameera.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:16
  • +Lew 18:24, 25; 2Mo 23:26; 24:3; Er 15:4

2 Mootota 21:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gurra namaa waraanu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 22:16, 17; Mik 3:12
  • +Er 19:3

2 Mootota 21:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wuhaa likkii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:6; His 23:33
  • +Isa 28:17; Fru 2:8
  • +1Mo 21:21; 2Mo 10:11
  • +Er 25:9

2 Mootota 21:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:9; 2Mo 17:18
  • +Lew 26:25; Kes 28:63

2 Mootota 21:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:21; 31:29; Abo 2:11, 13

2 Mootota 21:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 24:3, 4; Er 2:34; Mat 23:30; Ibr 11:37

2 Mootota 21:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 21:23, 26

2 Mootota 21:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 1:10
  • +2Se 33:21

2 Mootota 21:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 33:22, 23

2 Mootota 21:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 21:1, 3

2 Mootota 21:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 22:16, 17; Er 2:13

2 Mootota 21:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 33:25

2 Mootota 21:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 21:18
  • +Mat 1:10

Yaada Wal Simu

2Mot. 21:11Se 3:13; Mat 1:10
2Mot. 21:12Se 33:1
2Mot. 21:22Se 33:2-6
2Mot. 21:2Kes 12:30, 31; 2Se 36:14; His 16:51
2Mot. 21:32Mo 18:1, 4
2Mot. 21:31Mo 16:30, 32
2Mot. 21:32Mo 23:4
2Mot. 21:3Kes 4:19
2Mot. 21:4Kes 12:5; 2Sa 7:12, 13; 1Mo 8:29; 9:3
2Mot. 21:4Er 32:34
2Mot. 21:51Mo 6:36; 7:12
2Mot. 21:5His 8:16
2Mot. 21:6Lew 19:26
2Mot. 21:6Lew 20:27; Kes 18:10, 11
2Mot. 21:72Mo 23:6
2Mot. 21:72Se 33:7-9
2Mot. 21:81Se 17:9
2Mot. 21:8Kes 28:1
2Mot. 21:9Kes 7:1
2Mot. 21:102Se 33:10; 36:15, 16; Er 7:25; Mat 23:37
2Mot. 21:11Uma 15:16
2Mot. 21:11Lew 18:24, 25; 2Mo 23:26; 24:3; Er 15:4
2Mot. 21:122Mo 22:16, 17; Mik 3:12
2Mot. 21:12Er 19:3
2Mot. 21:132Mo 17:6; His 23:33
2Mot. 21:13Isa 28:17; Fru 2:8
2Mot. 21:131Mo 21:21; 2Mo 10:11
2Mot. 21:13Er 25:9
2Mot. 21:14Kes 32:9; 2Mo 17:18
2Mot. 21:14Lew 26:25; Kes 28:63
2Mot. 21:15Kes 9:21; 31:29; Abo 2:11, 13
2Mot. 21:162Mo 24:3, 4; Er 2:34; Mat 23:30; Ibr 11:37
2Mot. 21:182Mo 21:23, 26
2Mot. 21:19Mat 1:10
2Mot. 21:192Se 33:21
2Mot. 21:202Se 33:22, 23
2Mot. 21:212Mo 21:1, 3
2Mot. 21:222Mo 22:16, 17; Er 2:13
2Mot. 21:242Se 33:25
2Mot. 21:262Mo 21:18
2Mot. 21:26Mat 1:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Mootota 21:1-26

Mootota Lammaffaa

21 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Hefziibaa ture. 2 Inni gochawwan jibbisiisoo saboonni warri Yihowaan saba Israaʼel duraa ariʼe sun raawwachaa turan hordofuudhaan,+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.+ 3 Iddoowwan ol kaʼoo abbaan isaa Hisqiyaas balleesse deebisee ni ijaare;+ akkasumas akkuma Ahaab mootiin Israaʼel godhe,+ Baʼaaliif iddoowwan aarsaa ni dhaabe; utubaa waaqeffannaas* ni hojjete.+ Guutummaa raayyaa samiitiif ni sagade; isaaniinis ni tajaajile.+ 4 Kana malees inni bakka Yihowaan waaʼee ishii, “Ani maqaa koo Yerusaalem keessa nan kaaʼa”+ jedhee dubbatetti, jechuunis mana Yihowaa keessatti iddoowwan aarsaa ni ijaare.+ 5 Akkasumas, mooraawwan mana Yihowaa lamaan+ keessatti guutummaa raayyaa samiitiif iddoowwan aarsaa ni ijaare.+ 6 Ilma ofii isaas ibiddaan ni gube;* falfala ni raawwate; milkii ni ilaallate;+ akkasumas eker dubbistootaa fi raagdota ni muude.+ Isa dheekkamsiisuufis wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe hedduu ni raawwate.

7 Fakkii utubaa waaqeffannaa bocee hojjete sana mana Yihowaan Daawitii fi ilma isaa Solomooniin akkana jedhee waaʼee isaa dubbate keessa kaaʼe:+ “Mana kanaa fi Yerusaalem keessatti, jechuunis bakka ani gosoota Israaʼel hundumaa keessaa filadhe kanatti bara baraaf maqaa koo nan kaaʼa.+ 8 Isaan wantan isaan ajaje hundumaa, jechuunis guutummaa Seerichaa isa tajaajilaan koo Museen akka hordofaniif isaan ajaje of eeggannoodhaan yoo eegan,+ lammata miilli Israaʼelotaa biyya ani abbootii isaaniitiif kenne keessaa baʼee akka jooru hin godhu.”+ 9 Isaan garuu hin ajajamne; Minaaseenis wanta hamaa saboonni warri Yihowaan Israaʼelota duraa balleesse hojjetan irra caalu akka raawwatan gochuudhaan karaa irraa isaan jalʼise.+

10 Yihowaan karaa tajaajiltoota isaa warra raajota taʼanii irra deddeebiʼee+ akkana jedhee dubbata ture: 11 “Minaaseen mootiin Yihudaa wantoota jibbisiisoo kana hunda ni raawwate; inni Amoorota+ warra isa dura turan hunda caalaa wanta hamaa ni raawwate;+ waaqolii tolfamoo isaa warra balfamoo* taʼaniinis Yihudaan cubbuu akka hojjetu ni godhe. 12 Kanaafuu, Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Kunoo, ani Yerusaalemii+ fi Yihudaa irratti badiisa dhaqna namaa surur godhu* nan fida.+ 13 Ani safartuu wadaroo Samaariyaa ittiin safareen+ Yerusaalemiin nan safara;+ tumbii* isan mana Ahaab+ ittiin ilaaletti nan fayyadama; akkuma namni tokko saanii golboo haxaaʼee qulqulleessee gad gombisutti Yerusaalemiin haxaaʼee nan qulqulleessa.+ 14 Warra dhaala koo irraa hafan nan dhiisa;+ harka diinota isaaniittis dabarsee isaan nan kenna; diinonni isaanii hundis isaan saamu, isaan boojiʼus;+ 15 sababiin isaas, isaan guyyaa abbootiin isaanii biyya Gibxiitii itti baʼanii jalqabee hamma harʼaatti wanta na duratti hamaa taʼe raawwataniiru; na dheekkamsiisuu isaaniis itti fufaniiru.’”+

16 Minaaseen, Yihudaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatee cubbuu akka hojjetu gochuudhaan cubbuu hojjeteen alattis, Yerusaalem fiixee gar tokkoo jalqabee hamma fiixee gara isa kaaniitti dhiigaan hamma guutamtutti, dhiiga namoota qulqulluu hedduu dhangalaaseera.+ 17 Seenaan Minaasee inni hafe, wanti inni godhe hundii fi cubbuun inni raawwate, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 18 Achiis Minaaseen abbootii isaa wajjin ni boqote; iddoo biqiltuu mana isaa, jechuunis iddoo biqiltuu Uuzaatti ni awwaalame;+ ilmi isaa Amoonis bakka isaa mootii taʼe.

19 Amoon+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 22 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa lamaaf ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Meshulemeet yeroo taʼu, ishiin intala Haruuz isa nama Yotbaa taʼee turte. 20 Inni akkuma abbaan isaa Minaaseen godhe, wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate.+ 21 Daandii abbaan isaa irra deeme hunda irras ni deeme; waaqolii tolfamoo balfamoo taʼanii fi abbaan isaa tajaajilaa ture ni tajaajile; isaaniifis ni sagade.+ 22 Kanaafuu, inni Yihowaa isa Waaqa abbootii isaa taʼe ni dhiise; daandii Yihowaa irras hin deemne.+ 23 Yeroo boodas tajaajiltoonni Amoon isa irratti mariʼatanii manuma isaa keessatti mooticha ajjeesan. 24 Namoonni biyyattii garuu namoota Amoon Mooticha irratti mariʼatan hunda ni ajjeesan; ilma isaa Yosiyaasiinis bakka isaa mootii godhan.+ 25 Seenaan Amoon inni hafee fi wanti inni godhe, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 26 Kanaafuu, isaan iddoo awwaalchaa isaa isa iddoo biqiltuu Uuzaa keessa jiru keessatti isa awwaalan;+ ilmi isaa Yosiyaasis+ bakka isaa mootii taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi