LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan dahoo lubbuu kootii ti

        • Mana qulqullummaa Waaqaa dinqisiifachuu (4)

        • Warri keenya yoo nu dhiisan illee Yihowaan nuuf yaada (10)

        • “Yihowaa abdadhu” (14)

Faarfannaa 27:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:9; 43:3; 119:105
  • +Fr 23:4; Rom 8:31; Ibr 13:6
  • +Fr 62:6; Isa 12:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2012, ful. 22-23

Faarfannaa 27:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2012, ful. 23-24

Faarfannaa 27:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:15; 32:7; Fr 3:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2012, ful. 23-24

Faarfannaa 27:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Iddoo qulqulluu.”

  • *

    Ykn., “irratti xiinxaluudhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:6; 65:4
  • +1Sa 3:3; 1Se 16:1; Fr 26:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2019, ful. 16

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 28-29

    7/15/2012, ful. 24

    2/1/2007, ful. 22-23

Faarfannaa 27:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 32:7; 57:1; Sef 2:3
  • +Fr 61:4
  • +Fr 40:2

Faarfannaa 27:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Faarfannaa 27:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 130:2
  • +Fr 4:1; 5:2

Faarfannaa 27:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 63:1; 105:4; Sef 2:3

Faarfannaa 27:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:17; 143:7
  • +Fr 46:1

Faarfannaa 27:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:8
  • +Isa 49:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 59

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2012, ful. 24-26

Faarfannaa 27:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:4; 86:11; Isa 30:20; 54:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2012, ful. 26

Faarfannaa 27:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:59-61
  • +Fr 31:8; 41:2, 11

Faarfannaa 27:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Yommuun lubbuudhaan jirutti gaarummaa Yihowaa akkan argu amantii akkan qabu mirkanaaʼaa dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 33:28-30

Faarfannaa 27:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:3; 62:5
  • +Isa 40:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 180

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 27

Yaada Wal Simu

Far. 27:1Fr 36:9; 43:3; 119:105
Far. 27:1Fr 23:4; Rom 8:31; Ibr 13:6
Far. 27:1Fr 62:6; Isa 12:2
Far. 27:2Fr 22:16
Far. 27:32Se 20:15; 32:7; Fr 3:6
Far. 27:4Fr 23:6; 65:4
Far. 27:41Sa 3:3; 1Se 16:1; Fr 26:8
Far. 27:5Fr 32:7; 57:1; Sef 2:3
Far. 27:5Fr 61:4
Far. 27:5Fr 40:2
Far. 27:7Fr 130:2
Far. 27:7Fr 4:1; 5:2
Far. 27:8Fr 63:1; 105:4; Sef 2:3
Far. 27:9Fr 69:17; 143:7
Far. 27:9Fr 46:1
Far. 27:10Fr 69:8
Far. 27:10Isa 49:15
Far. 27:11Fr 25:4; 86:11; Isa 30:20; 54:13
Far. 27:12Mat 26:59-61
Far. 27:12Fr 31:8; 41:2, 11
Far. 27:13Iyo 33:28-30
Far. 27:14Fr 25:3; 62:5
Far. 27:14Isa 40:31
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 27:1-14

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti.

Eenyuunan sodaadha?+

Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+

Eenyutu na naasisa?

 2 Namoonni hamoon foon koo nyaachuuf yommuu na haleelanitti,+

Gufatanii kan kufan hamajaajotaa fi diinota koo ti.

 3 Raayyaan waraanaa yoo natti marse iyyuu,

Garaan koo hin sodaatu.+

Waraanni ana irratti yoo banames,

Yeroo sanatti iyyuu ani sodaa maleen jiraadha.

 4 Wanta tokko Yihowaa nan gaafadha,

Isas hawwiidhaan nan eeggadha,

Innis bara jireenyaa koo hundumaatti mana Yihowaa keessa jiraachuu,+

Gaarummaa Yihowaa arguu,

Mana qulqullummaa* isaas dinqisiifannaadhaan* ilaaluu dha.+

 5 Inni guyyaa badiisaatti gaaddisa isaa keessa na dhoksa;+

Iddoo dhokataa dunkaana isaa keessatti na golga;+

Qarsaa ol kaʼaa irras na kaaʼa.+

 6 Mataan koo diinota koo warra natti marsanii olitti argama;

Dunkaana isaa keessatti ililchuudhaan aarsaa isaaf nan dhiheessa;

Yihowaadhaaf faarfannaa galataa nan faarfadha.*

 7 Yaa Yihowaa, yommuun iyyu na dhagaʼi;+

Gaarummaa natti argisiisi, deebiis naaf kenni.+

 8 Garaan koo ajaja ati,

“Fuula koo barbaaddadhaa” jettee kennite natti himeera.

Yaa Yihowaa, ani fuula kee nan barbaaddadha.+

 9 Fuula kee na jalaa hin dhoksin.+

Dheekkamsa keetiin tajaajilaa kee of irraa hin deebisin.

Ati gargaaraa koo ti.+

Yaa Waaqa fayyinaa koo, na hin gatin, na hin dhiisinis.

10 Abbaan kiyyaa fi haati tiyya yoo na dhiisan illee,+

Yihowaan na simata.+

11 Yaa Yihowaa, karaa kee na barsiisi,+

Diinota koo irraa kan kaʼe, daandii qajeelummaa irra na geggeessi.

12 Ragoonni sobaa ana irratti waan kaʼaniif,+

Hamminaanis waan na doorsisaniif,

Harka* diinota kootti dabarsitee na hin kennin.+

13 Yommuun lubbuudhaan jirutti gaarummaa Yihowaa akkan argu,+

Utuun amantii hin qabu taʼee, silaa maalan taʼan ture?*

14 Yihowaa abdadhu;+

Onnadhu, garaan kees cimaa haa taʼu.+

Eeyyee, Yihowaa abdadhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi