LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Moototaa

      • Hisqiyaas karaa Isaayyaas gargaarsa Waaqayyoo barbaade (1-7)

      • Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (8-13)

      • Kadhannaa Hisqiyaas (14-19)

      • Isaayyaas deebii Waaqayyo kenne dubbate (20-34)

      • Maleekaan tokko Asoorota 185,000 ajjeese (35-37)

2 Mootota 19:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 37:1-4

2 Mootota 19:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana mootummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:1

2 Mootota 19:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arrabsoo.”

  • *

    Kal., “akkuma dubartii daaʼimni afaan gadameessaa bira gaʼee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:17, 18

2 Mootota 19:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:45; 2Mo 18:35
  • +2Sa 22:7; 2Se 20:9; 32:20; Fr 50:15

2 Mootota 19:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 37:5-7

2 Mootota 19:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:17
  • +Kes 20:3; Isa 41:10; 51:7

2 Mootota 19:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuura tokko isa keessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:21; Isa 37:37, 38

2 Mootota 19:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:14
  • +Isa 37:8-13

2 Mootota 19:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:17

2 Mootota 19:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:15

2 Mootota 19:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:5; 2Se 32:10, 13; Isa 10:8-11

2 Mootota 19:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 11:31

2 Mootota 19:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:24; 18:33, 34

2 Mootota 19:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:30; Isa 37:14-20

2 Mootota 19:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “kiruubelota gidduu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:20
  • +Bau 25:22
  • +1Se 29:10, 11

2 Mootota 19:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:29; Fr 65:2
  • +2Se 16:9; Dan 9:18

2 Mootota 19:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 16:8, 9; 17:6, 24

2 Mootota 19:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 10:3
  • +Isa 41:29

2 Mootota 19:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 83:17, 18; Isa 45:5, 6

2 Mootota 19:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 37:21, 22
  • +2Mo 19:15

2 Mootota 19:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 19:10
  • +2Mo 18:30; Isa 10:12, 13
  • +Isa 37:23-25

2 Mootota 19:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:17
  • +2Se 32:17; Isa 10:10, 11

2 Mootota 19:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Boʼoowwan Abbayyaa.”

2 Mootota 19:25

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “raawwatameera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 14:24
  • +Fr 33:11
  • +Isa 46:10
  • +Isa 10:5; 37:26, 27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2024, ful. 30

2 Mootota 19:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:7

2 Mootota 19:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:21; Ibr 4:13
  • +Isa 37:28, 29

2 Mootota 19:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:6; Isa 10:5, 15
  • +2Mo 18:35; Isa 10:12, 13
  • +Fr 32:9
  • +2Mo 19:33

2 Mootota 19:29

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Hisqiyaasiif.

  • *

    Ykn., “firii midhaanii harcaʼee biqile.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 25:4-6
  • +Isa 37:30-32

2 Mootota 19:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:22; Isa 10:20

2 Mootota 19:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 59:17; Zak 1:14, 15

2 Mootota 19:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 10:24
  • +2Se 32:22
  • +Isa 37:33-35

2 Mootota 19:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 12:22; Isa 43:25; His 36:22
  • +2Mo 20:6; Er 23:5
  • +Isa 31:5

2 Mootota 19:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:21; Isa 31:8
  • +Bau 12:30; Isa 37:36-38

2 Mootota 19:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yon 1:2
  • +2Mo 19:7, 28

2 Mootota 19:37

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana qulqullummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:21
  • +Uma 8:4
  • +Iz 4:2

Yaada Wal Simu

2Mot. 19:1Isa 37:1-4
2Mot. 19:2Isa 1:1
2Mot. 19:3Isa 26:17, 18
2Mot. 19:41Sa 17:45; 2Mo 18:35
2Mot. 19:42Sa 22:7; 2Se 20:9; 32:20; Fr 50:15
2Mot. 19:5Isa 37:5-7
2Mot. 19:62Mo 18:17
2Mot. 19:6Kes 20:3; Isa 41:10; 51:7
2Mot. 19:72Se 32:21; Isa 37:37, 38
2Mot. 19:82Mo 18:14
2Mot. 19:8Isa 37:8-13
2Mot. 19:92Mo 18:17
2Mot. 19:102Se 32:15
2Mot. 19:112Mo 17:5; 2Se 32:10, 13; Isa 10:8-11
2Mot. 19:12Uma 11:31
2Mot. 19:132Mo 17:24; 18:33, 34
2Mot. 19:141Mo 8:30; Isa 37:14-20
2Mot. 19:152Se 32:20
2Mot. 19:15Bau 25:22
2Mot. 19:151Se 29:10, 11
2Mot. 19:161Mo 8:29; Fr 65:2
2Mot. 19:162Se 16:9; Dan 9:18
2Mot. 19:172Mo 16:8, 9; 17:6, 24
2Mot. 19:18Er 10:3
2Mot. 19:18Isa 41:29
2Mot. 19:19Fr 83:17, 18; Isa 45:5, 6
2Mot. 19:20Isa 37:21, 22
2Mot. 19:202Mo 19:15
2Mot. 19:222Mo 19:10
2Mot. 19:222Mo 18:30; Isa 10:12, 13
2Mot. 19:22Isa 37:23-25
2Mot. 19:232Mo 18:17
2Mot. 19:232Se 32:17; Isa 10:10, 11
2Mot. 19:25Isa 14:24
2Mot. 19:25Fr 33:11
2Mot. 19:25Isa 46:10
2Mot. 19:25Isa 10:5; 37:26, 27
2Mot. 19:26Isa 40:7
2Mot. 19:27Fak 5:21; Ibr 4:13
2Mot. 19:27Isa 37:28, 29
2Mot. 19:28Fr 46:6; Isa 10:5, 15
2Mot. 19:282Mo 18:35; Isa 10:12, 13
2Mot. 19:28Fr 32:9
2Mot. 19:282Mo 19:33
2Mot. 19:29Lew 25:4-6
2Mot. 19:29Isa 37:30-32
2Mot. 19:302Se 32:22; Isa 10:20
2Mot. 19:31Isa 59:17; Zak 1:14, 15
2Mot. 19:32Isa 10:24
2Mot. 19:322Se 32:22
2Mot. 19:32Isa 37:33-35
2Mot. 19:341Sa 12:22; Isa 43:25; His 36:22
2Mot. 19:342Mo 20:6; Er 23:5
2Mot. 19:34Isa 31:5
2Mot. 19:352Se 32:21; Isa 31:8
2Mot. 19:35Bau 12:30; Isa 37:36-38
2Mot. 19:36Yon 1:2
2Mot. 19:362Mo 19:7, 28
2Mot. 19:372Se 32:21
2Mot. 19:37Uma 8:4
2Mot. 19:37Iz 4:2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Mootota 19:1-37

Mootota Lammaffaa

19 Hisqiyaas Mootichi akkuma kana dhagaʼeen uffata isaa tarsaasee, uffata gaddaas uffatee gara mana Yihowaa dhaqe.+ 2 Achiis inni, Eliyaaqiim inni manicha* irratti itti gaafatamaa taʼe, Shebnaan inni barreessaa taʼee fi jaarsoliin lubootaa uffata gaddaa uffatanii gara Isaayyaas+ ilma Amooz akka dhaqan isaan erge. 3 Isaanis akkana isaan jedhan: “Hisqiyaas akkana jedha: ‘Guyyaan kun guyyaa dhiphinaa, guyyaa ifannaa* fi guyyaa salphinaa ti; nuti akkuma dubartii daʼuu jala geessee* ciniinsifachuuf humna dhabdee taaneerra.+ 4 Tarii Waaqni kee Yihowaan dubbii Raabshaaqichi inni mootiin Asoor gooftaan isaa Waaqa jiraataa akka arrabsuuf erge sun dubbate hunda ni dhagaʼa taʼa;+ akkasumas dubbii Waaqni kee Yihowaan dhagaʼe sanaaf isa ni gaafata taʼa. Kanaafuu, namoota asitti hafaniif kadhannaa dhiheessi.’”+

5 Tajaajiltoonni Hisqiyaas Mootichaas gara Isaayyaasitti ni seenan;+ 6 Isaayyaasis akkana isaaniin jedhe: “Gooftaa keessaniin akkana jedhaa: ‘Yihowaan akkana jedha: “Dubbii dhageesseen, dubbii isa tajaajiltoonni mootii Asoor ittiin na arrabsan+ sanaan kan kaʼe hin sodaatin.+ 7 Kunoo, ani sammuu isaa keessa yaada tokko* nan kaaʼa; innis oduu tokko dhagaʼee gara biyya isaatti ni deebiʼa; anis akka inni biyyuma isaatti goraadeedhaan ajjeefamu nan godha.”’”+

8 Raabshaaqichis mootiin Asoor Laakiishiin+ dhiisee deemuu isaa yommuu dhagaʼu gara isaatti ni deebiʼe; utuu Libnaa waraanaa jiruus isa argate.+ 9 Mootichis yeroo kanatti waaʼee Tirhaaqaa mootii Itoophiyaa, “Kunoo, inni sii wajjin wal waraanuuf baʼeera” jedhamuu isaa dhagaʼe. Kanaafuu, inni ammas akkana jedhee gara Hisqiyaasitti namoota erge:+ 10 “Hisqiyaas isa mootii Yihudaa taʼeen akkana jedhaa: ‘Waaqni kee inni amanattu, “Yerusaalem harka mootii Asooritti hin kennamtu” jedhee si hin gowwoomsin.+ 11 Kunoo, ati mootonni Asoor biyyoota sana hunda balleessuudhaan wanta isaan irratti raawwatan dhageesseetta.+ Ati qofti kan ooltu sitti fakkaataa? 12 Saboonni warri abbootiin koo balleessan sun waaqoliin isaanii isaan oolchaniiruu? Goozaan, Kaaraan,+ Rezeefii fi namoonni Eedan warri Tel Asaar keessa turan meerre? 13 Mootiin Hamaat, mootiin Arpaad, mootiin magaalota Sefaarwaayim, mootiin Heenaa fi mootiin Iiwaa+ meerre?’”

14 Hisqiyaasis xalayaawwan sana harka namoota ergaman sanaa irraa fuudhee dubbise. Achiis gara mana Yihowaatti ol baʼee xalayaawwan sana Yihowaa duratti diriirse.+ 15 Sana booda Hisqiyaas akkana jedhee Yihowaa duratti kadhachuu jalqabe:+ “Yaa Yihowaa Waaqa Israaʼel, isa kiruubelotaa+ olitti* teessoo irra teessu, mootummoota lafaa hundaaf Waaqni dhugaan si qofa dha.+ Ati samii fi lafa uumteetta. 16 Yaa Yihowaa, gurra kee as qabii dhagaʼi!+ Yaa Yihowaa, ija kee banii ilaali!+ Dubbii Senaaheriib Waaqa jiraataatti qoosuuf erge dhagaʼi. 17 Yaa Yihowaa, mootonni Asoor saboota kanaa fi biyyoota isaanii akka balleessan beekamaa dha.+ 18 Waaqolii isaaniis ibidda keessatti gataniiru; sababiin isaas, isaan mukaa fi dhagaa warra hojii harka namaa+ taʼan malee waaqolii hin turre.+ Isaan balleessuu kan dandaʼanis kanaafi. 19 Amma garuu yaa Waaqa keenya Yihowaa, mootummoonni lafa irraa hundi ati qofti Waaqa taʼuu kee akka beekaniif, maaloo yaa Yihowaa, harka isaa jalaa nu oolchi.”+

20 Achiis Isaayyaas ilmi Amooz akkana jedhee Hisqiyaasitti ergaa erge: “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Senaaheriib mootii Asooriin ilaalchisee+ kadhannaa ati gara kootti dhiheessite dhagaʼeera.+ 21 Dubbiin Yihowaan isa irratti dubbate kana dha:

“Intalli Xiyoon ishiin durba taate si tuffatti, sitti qoosti.

Intalli Yerusaalem mataa sitti raasti.

22 Ati kan itti qoostee fi kan arrabsite eenyuuni?+

Sagalee kee kan ol kaaste eenyu irratti?+

Of jajuudhaanis kan ilaalte eenyuuni?

Isa Qulqulluu kan Israaʼeli!+

23 Ati karaa ergamtoota+ keetii Yihowaatti qoostee+ akkana jette:

‘Gaariiwwan fardaa waraanaa koo hedduu taʼaniin

Gara ol dheerina gaarotaatti,

Gara iddoowwan fagoo Libaanonittis ol nan baʼa.

Gaattiraawwan ishii dhedheeroo taʼanii fi mukeetii birbirsaa ishii filatamoo taʼan nan mura.

Dahoowwan ishii warra fagoo taʼanii fi bosonawwan ishii warra gobbatan keessa nan seena.

24 Ani boollawwan bishaanii qotee bishaanota ormaa nan dhuga;

Burqaawwan* Gibxii hunda faana miila kootiin nan gogsa.’

25 Ati hin dhageenyee? Kun yeroo dheeraa dura murteeffameera.*+

Bara duriitii jalqabee ani kana qopheesseera.+

Amma kun akka raawwatamu nan godha.+

Atis magaalota dallaa dhagaa qaban tuullaa diiggaa ni goota.+

26 Jiraattonni isaanii gargaarsa kan hin qabne taʼu;

Isaan ni sodaatu, ni qaanaʼus.

Isaan akka biqiltuu dirree irraa fi akka marga lalisaa,+

Akka marga baaxii irratti biqilee bubbee bahaatiin waxalamees ni taʼu.

27 Ani garuu ati yoom akka teessu, yoom akka gad baatuu fi yoom akka ol seentu,+

Akkasumas yoom akka anatti dheekkamte akka gaariitti nan beeka;+

28 Sababiin isaas, natti dheekkamuun+ kee fi iyyi kee gurra koo gaʼeera.+

Kanaafuu, funyaan keetti hookkoo koo, afaan keettis luugama+ koo nan galcha;

Karaa irra dhufteenis akka deebitu nan godha.”+

29 “‘Kunis mallattoo siif* ni taʼa: Waggaa kanatti isa ofii isaatiin biqile* ni nyaattu; waggaa lammaffaatti midhaan isa irraa late ni nyaattu;+ waggaa sadaffaatti garuu, sanyii ni facaafattu; ni haammattus; mukeetii wayiniis dhaabdanii firii isaanii ni nyaattu.+ 30 Mana Yihudaa keessaa warri miliqanii fi warri hafan+ gara gadiitti hidda ni dheereffatu; gara oliittis firii ni godhatu. 31 Warri hafan Yerusaalem keessaa, warri oolanis Gaara Xiyoon keessaa ni baʼu. Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.+

32 “‘Kanaafuu, Yihowaan mootii Asooriin ilaalchisee akkana jedha:+

“Inni magaalaa kanatti hin seenu+

Yookiin ishiitti xiyya hin futtaasu

Yookiin gaachana qabatee ishiitti hin dhufu

Yookiin ishiitti marsuuf naannoo ishiitti biyyoo hin tuulu.+

33 Inni karuma dhufe irra ni deebiʼa;

Magaalaa kanattis hin seenu” jedha Yihowaan.

34 “Ani ofii kootii+ fi tajaajilaa koo Daawitiif jedhee+

Magaalaa+ kana nan eega; ishiis nan oolcha.”’”

35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+ 36 Kanaafuu, Senaaheriib mootiin Asoor bakka sana gadhiisee deeme; gara Nanawweetti+ deebiʼees achi taaʼe.+ 37 Utuma inni mana* waaqa isaa Nisrookitti sagadaa jiruus ilmaan isaa Adraamelekii fi Shaarezer goraadeedhaan isa ajjeesanii+ gara biyya Araaraatitti+ baqatan. Ilmi isaa Eesaar Hadoonis+ bakka isaa mootii taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi