LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 44
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa gargaarsaaf dhihaate

        • “Kan nu oolche siʼi” (7)

        • “Akka hoolota qalamaniitti” (22)

        • “Gargaaraa keenya taʼii kaʼi!” (26)

Faarfannaa 44:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:19

Faarfannaa 44:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:14; Lak 21:14; Abo 6:13

Faarfannaa 44:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:1
  • +Bau 15:17; Fr 78:55; 80:8, 9
  • +Iya 10:5, 11; Fr 135:10, 11

Faarfannaa 44:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:38; Iya 24:12
  • +1Sa 12:22
  • +Kes 7:7, 8
  • +Isa 63:11-13

Faarfannaa 44:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayyina guddaa.”

  • *

    Ykn., “kenni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:12; Isa 33:22

Faarfannaa 44:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:39; Flp 4:13
  • +Fr 60:12

Faarfannaa 44:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:45; Fr 20:7; 33:16

Faarfannaa 44:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:8

Faarfannaa 44:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:15, 25

Faarfannaa 44:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:64

Faarfannaa 44:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gatii isaan gurguruudhaan argatteenis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:30

Faarfannaa 44:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “mammaaksa nu goote.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:37; 2Se 7:20

Faarfannaa 44:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:10

Faarfannaa 44:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 139:1; Lal 12:14; Er 17:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 36

Faarfannaa 44:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:36

Faarfannaa 44:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:6; 78:65, 66
  • +Iyo 13:24; Fr 13:1; 88:14

Faarfannaa 44:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:25

Faarfannaa 44:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “nu furi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:20
  • +Fr 130:7

Yaada Wal Simu

Far. 44:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 20:19
Far. 44:1Bau 13:14; Lak 21:14; Abo 6:13
Far. 44:2Kes 7:1
Far. 44:2Bau 15:17; Fr 78:55; 80:8, 9
Far. 44:2Iya 10:5, 11; Fr 135:10, 11
Far. 44:3Kes 4:38; Iya 24:12
Far. 44:31Sa 12:22
Far. 44:3Kes 7:7, 8
Far. 44:3Isa 63:11-13
Far. 44:4Fr 74:12; Isa 33:22
Far. 44:5Fr 18:39; Flp 4:13
Far. 44:5Fr 60:12
Far. 44:61Sa 17:45; Fr 20:7; 33:16
Far. 44:7Iya 24:8
Far. 44:10Kes 28:15, 25
Far. 44:11Kes 28:64
Far. 44:12Kes 32:30
Far. 44:14Kes 28:37; 2Se 7:20
Far. 44:17Bau 34:10
Far. 44:21Fr 139:1; Lal 12:14; Er 17:10
Far. 44:22Rom 8:36
Far. 44:23Fr 7:6; 78:65, 66
Far. 44:23Iyo 13:24; Fr 13:1; 88:14
Far. 44:25Fr 119:25
Far. 44:26Fr 33:20
Far. 44:26Fr 130:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 44:1-26

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa ilmaan Qoraa.+ Maaskiil.*

44 Yaa Waaqayyo, abbootiin keenya wantoota bara isaaniitti,

Bara duriitti raawwatte

Nutti himaniiru,+

Nutis gurruma keenyaan dhageenyeerra.

 2 Ati harka keetiin saboota ariiteetta,+

Abbootii keenyas achi qubachiisteetta.+

Saboota caccabsitee ariiteetta.+

 3 Isaan lafattii kan dhaalan goraadee isaaniitiin hin turre,+

Injifannoo kan isaaniif argamsiises irree isaanii hin turre.+

Kanaa mannaa, ati waan isaanitti gammaddeef,+

Kana kan argatan harka kee mirgaatiin,+ irree kee fi ifa fuula keetiitiin ture.

 4 Yaa Waaqayyo, ati Mootii koo ti;+

Yaaqoobiif injifannoo guutuu* ajaji.*

 5 Humna keetiin diinota keenya ariinee deebisna;+

Maqaa keetiinis warra nu irratti kaʼan irra ni ejjenna.+

 6 Sababiin isaas, ani iddaa kootti hin amanamu,

Goraadeen koos na oolchuu hin dandaʼu.+

 7 Diinota keenya jalaa kan nu oolche siʼi,+

Warra nu jibbanis kan salphise siʼi.

 8 Nuti guyyaa guutuu Waaqayyoon ni jajanna,

Bara baraaf maqaa keetiif galata ni galchina. (Seelaa)

 9 Amma garuu ati nu gatteetta, nu salphisteetta,

Raayyaawwan waraanaa keenyaa wajjinis hin baatu.

10 Ati diina keenya jalaa akka baqannu goote,+

Warri nu jibban wanta barbaadan hundumaa ni fudhatu.

11 Akka hoolaatti akka nyaatamnuuf dabarsitee nu kennite;

Saboota gidduuttis nu bittinneessite.+

12 Saba kee gatii gad aanaadhaan gurgurte;+

Gurgurtaa sana irraas* buʼaa hin arganne.

13 Olloota keenya duratti warra arrabsaman,

Namoota naannoo keenyatti argaman hundumaa durattis warra itti qoosamuu fi itti kolfamu nu goote.

14 Saboota gidduutti warra tuffataman,*+

Wanta namoonni mataa itti raasan nu goote.

15 Guyyaa guutuu qaaniin natti dhagaʼama,

Salphinni koos na liqimseera.

16 Kunis kan taʼe, sagalee qoosaa fi arrabsoo isaaniitiin,

Diina keenya isa haaloo baʼuunis kan kaʼe dha.

17 Wanti kun hundi kan nu irra gaʼe taʼus, nuti amma iyyuu si hin irraanfanne,

Kakuu kees hin cabsine.+

18 Garaan keenya karaa irraa hin gorre;

Tarkaanfiin keenyas daandii kee irraa hin jalʼanne.

19 Ati garuu bakka sardiidonni jiraatanitti nu caccabsite;

Gaaddisa cimaas nutti uwwiste.

20 Maqaa Waaqa keenyaa irraanfanneerra yoo taʼe

Yookiin kadhannaadhaan harka keenya gara waaqa ormaatti diriirsineerra yoo taʼe,

21 Waaqayyo kana hin beekuu?

Inni iccitii garaa namaa keessa jiru beeka.+

22 Nuti sababii keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna;

Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.+

23 Yaa Yihowaa, kaʼi, maaliif callistee ciista?+

Dammaqi! Bara baraaf nu hin gatin.+

24 Fuula kee maaliif dhoksita?

Rakkinaa fi cunqursaa nu irra gaʼu maaliif irraanfatta?

25 Nuti biyyootti deebineerra;

Qaamni keenyas lafatti maxxaneera.+

26 Gargaaraa keenya taʼii kaʼi!+

Jaalala kee isa amanamaa irraa kan kaʼe nu oolchi.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi