LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 97
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan waaqolii kaan caalaa ol kan qabame dha

        • “Yihowaan Mootii taʼeera!” (1)

        • Yihowaa jaalladhaa, wanta hamaa jibbaa (10)

        • Ifni qajeelaadhaaf ni baʼe (11)

Faarfannaa 97:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 96:10; Mul 11:16, 17; 19:6
  • +Isa 49:13
  • +Isa 60:9

Faarfannaa 97:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:21
  • +Fr 99:4

Faarfannaa 97:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:3; Dan 7:9, 10
  • +Nho 1:2, 6; Mil 4:1

Faarfannaa 97:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:16, 18; Fr 77:18; 104:32

Faarfannaa 97:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:5; Nho 1:5; An 3:6

Faarfannaa 97:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +An 2:14

Faarfannaa 97:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa waaqeffadhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 10:14
  • +Isa 37:19
  • +Bau 12:12; 18:11

Faarfannaa 97:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ijoolleen durbaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:3
  • +Fr 48:11

Faarfannaa 97:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 18:11; Isa 44:8

Faarfannaa 97:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Humna.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:14; 101:3; 119:104; Rom 12:9; Ibr 1:9
  • +Fr 37:28; 145:20
  • +Dan 3:28; Mat 6:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 342-343

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 34

Faarfannaa 97:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 112:4; Fak 4:18; Isa 30:26; Mik 7:9

Faarfannaa 97:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yaadannoo.”

Yaada Wal Simu

Far. 97:1Fr 96:10; Mul 11:16, 17; 19:6
Far. 97:1Isa 49:13
Far. 97:1Isa 60:9
Far. 97:2Bau 20:21
Far. 97:2Fr 99:4
Far. 97:3Fr 50:3; Dan 7:9, 10
Far. 97:3Nho 1:2, 6; Mil 4:1
Far. 97:4Bau 19:16, 18; Fr 77:18; 104:32
Far. 97:5Abo 5:5; Nho 1:5; An 3:6
Far. 97:6An 2:14
Far. 97:7Er 10:14
Far. 97:7Isa 37:19
Far. 97:7Bau 12:12; 18:11
Far. 97:8Isa 51:3
Far. 97:8Fr 48:11
Far. 97:9Bau 18:11; Isa 44:8
Far. 97:10Fr 34:14; 101:3; 119:104; Rom 12:9; Ibr 1:9
Far. 97:10Fr 37:28; 145:20
Far. 97:10Dan 3:28; Mat 6:13
Far. 97:11Fr 112:4; Fak 4:18; Isa 30:26; Mik 7:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 97:1-12

Faarfannaa

97 Yihowaan Mootii taʼeera!+

Lafti haa gammaddu.+

Odolawwan hedduun haa ililchan.+

 2 Duumessii fi duumessi gurraachi isatti marsanii jiru;+

Buʼuurri teessoo isaa qajeelummaa fi haqa dha.+

 3 Ibiddi isa dura deemee+

Kallattii hundumaatiin diinota isaa ni nyaata.+

 4 Ifni bakakkaa isaa lafti akka iftu godha;

Lafti kana argitee ni hollatti.+

 5 Gaaronni Yihowaa duratti,

Gooftaa guutummaa lafaa duratti akkuma gagaa ni baqu.+

 6 Samiiwwan qajeelummaa isaa ni labsu,

Namoonni hundis ulfina isaa ni argu.+

 7 Warri fakkiiwwan bocaman akkamii iyyuu tajaajilan,+

Warri waaqolii isaanii warra gatii hin qabneen boonan haa qaaneffaman.+

Isin waaqoliin hundi, isaaf sagadaa.*+

 8 Xiyoon kana dhageessee ni gammaddi;+

Yaa Yihowaa, murtiiwwan keetiin kan kaʼe

Magaalonni* Yihudaa ililchaniiru.+

 9 Yaa Yihowaa, ati guutummaa lafaa irratti Hundaa Oli;

Waaqolii kaan hundumaa caalaa baayʼee ol qabamteetta.+

10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+

Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+

Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+

11 Ifni isa qajeelaadhaaf,

Gammachuunis warra garaan isaanii qajeelaa taʼeef ni baʼe.+

12 Isin qajeelonni Yihowaatti gammadaa,

Maqaa* isaa isa qulqulluudhaafis galata galchaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi