LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Mootii Waaqni dibeef fayyinni haa taʼu

        • Tokko tokko gaarii fardaa fi fardeenitti amanamu, ‘nuti garuu maqaa Yihowaa waammanna’ (7)

Faarfannaa 20:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:10; Fak 18:10

Faarfannaa 20:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:8, 9
  • +2Sa 5:7; Fr 50:2; 134:3

Faarfannaa 20:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “akka coometti haa ilaalu.”

Faarfannaa 20:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gorsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 21:1, 2

Faarfannaa 20:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:16
  • +1Sa 17:45

Faarfannaa 20:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “injifannoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:2, 4
  • +Fr 17:7

Faarfannaa 20:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:17; Isa 31:1
  • +2Se 14:11; 20:12; 32:8

Faarfannaa 20:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:31; Fr 125:1

Faarfannaa 20:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:50
  • +Fr 44:4

Yaada Wal Simu

Far. 20:1Fr 9:10; Fak 18:10
Far. 20:22Se 20:8, 9
Far. 20:22Sa 5:7; Fr 50:2; 134:3
Far. 20:4Fr 21:1, 2
Far. 20:5Fr 59:16
Far. 20:51Sa 17:45
Far. 20:6Fr 2:2, 4
Far. 20:6Fr 17:7
Far. 20:7Fr 33:17; Isa 31:1
Far. 20:72Se 14:11; 20:12; 32:8
Far. 20:8Abo 5:31; Fr 125:1
Far. 20:9Fr 18:50
Far. 20:9Fr 44:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 20:1-9

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

20 Guyyaa dhiphinaatti Yihowaan kadhannaa keetiif deebii siif haa kennu.

Maqaan Waaqa Yaaqoob si haa eegu.+

 2 Inni iddoo qulqulluu irraa gargaarsa siif haa ergu,+

Xiyoon irraas deggersa siif haa godhu.+

 3 Kennaawwan kee warra aarsaa taʼanii dhihaatan hunda haa yaadatu;

Aarsaa kee isa gubamus gammachuudhaan haa fudhatu.* (Seelaa)

 4 Fedhii garaa keetii siif haa guutu,+

Karoora* kee hundumaas siif haa milkeessu.

 5 Gochawwan fayyinaa keetti ni ililchina;+

Maqaa Waaqa keenyaatiin faajjii keenya ol ni kaasna.+

Yihowaan kadhata kee hundumaa siif haa raawwatu.

 6 Yihowaan isa dibe sana akka oolchu amma ani beekeera.+

Inni samii isaa isa qulqulluu taʼe irraa,

Harka isaa mirgaatiin fayyina* guddaadhaan deebii isaaf ni kenna.+

 7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+

Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+

 8 Isaan gufatanii kufaniiru,

Nuti garuu kaanee iddootti deebineerra.+

 9 Yaa Yihowaa, mooticha oolchi!+

Inni guyyaa gargaarsa argachuuf iyyannutti deebii nuuf kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi