LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Miikiyaas

      • Bulchaan guutummaa lafaa irratti guddaa taʼu (1-6)

        • Bulchaan sun Beetaliheem keessaa baʼa (2)

      • Warri hafan akka fixeensaa fi akka leencaa taʼu (7-9)

      • Biyyattiin ni qulqulleeffamti (10-15)

Miikiyaas 5:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “boqoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:52
  • +Mat 26:67; Yoh 18:22; 19:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 14

Miikiyaas 5:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qomoowwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 35:19; Luq 2:4
  • +Uma 49:10; 1Se 5:2; Isa 9:6; Mat 2:4-6; Luq 1:32, 33; 2:11; Yoh 7:42

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Yesuus—Karaa, ful. 19

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 201

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 14

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 176-177, 178-179

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 9

    7/1/2011, ful. 4-5

    Dhaamsa Macaafa Qulqulluu, ful. 19

Miikiyaas 5:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:23; 37:24
  • +Zak 9:9, 10
  • +Er 23:5, 6

Miikiyaas 5:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “geggeessitoota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:6
  • +Isa 8:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 183

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2013, ful. 16, 18-20

    5/15/2010, ful. 24

Miikiyaas 5:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 33:1
  • +Uma 10:9-11
  • +Isa 14:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2013, ful. 20

Miikiyaas 5:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2016, ful. 4

Miikiyaas 5:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harka kee irraa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 2:6; 8:19

Miikiyaas 5:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 2:8; His 36:25; Hos 14:3; Zak 13:2

Miikiyaas 5:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 27:9

Yaada Wal Simu

Mik. 5:1Kes 28:52
Mik. 5:1Mat 26:67; Yoh 18:22; 19:3
Mik. 5:2Uma 35:19; Luq 2:4
Mik. 5:2Uma 49:10; 1Se 5:2; Isa 9:6; Mat 2:4-6; Luq 1:32, 33; 2:11; Yoh 7:42
Mik. 5:4His 34:23; 37:24
Mik. 5:4Zak 9:9, 10
Mik. 5:4Er 23:5, 6
Mik. 5:5Isa 9:6
Mik. 5:5Isa 8:7
Mik. 5:6Isa 14:25
Mik. 5:6Isa 33:1
Mik. 5:6Uma 10:9-11
Mik. 5:12Isa 2:6; 8:19
Mik. 5:13Isa 2:8; His 36:25; Hos 14:3; Zak 13:2
Mik. 5:14Isa 27:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Miikiyaas 5:1-15

Miikiyaas

5 “Yaa intala haleellaan si irra gaʼaa jiru nana,

Amma ati of mummurta;

Diinni nutti marseera.+

Isaan maddii* abbaa murtii Israaʼel uleedhaan ni rukutu.+

 2 Yaa Beetaliheem Efraataa+

Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,

Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,

Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+

 3 Kanaafuu, ishiin daʼuuf jettu yeroon itti deessu hamma gaʼutti,

Waaqayyo isaan ni dhiisa.

Obboloonni isaa warri hafanis gara saba Israaʼelitti ni deebiʼu.

 4 Inni jabina Yihowaatiin,

Guddina maqaa Yihowaa Waaqa isaatiin ni dhaabbata, ni tiksas.+

Guddinni isaa andaara lafaa bira waan gaʼuuf,+

Isaan tasgabbiidhaan ni jiraatu.+

 5 Inni nagaa ni fida.+

Asoorichi biyya keenya weeraree masaraawwan keenya warra ciccimoo irra yoo dhidhiite,+

Nuti tiksitoota torba, eeyyee, bulchitoota* saddeet ilmaan namootaa keessaa isa irratti ni kaasna.

 6 Isaan biyya Asoor goraadeedhaan ni tiksu,+

Karra biyya Naamrudis+ ni toʼatu.

Yommuu Asoorichi dhufee biyya keenya weeraruu fi naannoo keenya dhidhiitutti,

Inni isa irraa nu oolcha.+

 7 Warri Yaaqoob keessaa lubbuudhaan oolan,

Saboota hedduu gidduutti akkuma fixeensa Yihowaa biraa dhufuu,

Akkuma rooba biqiltuu irratti roobu

Isa nama hin abdanne

Yookiin ilmaan namootaa hin eeggannee ni taʼu.

 8 Warri Yaaqoob keessaa lubbuudhaan oolan,

Saboota keessatti, namoota hedduu gidduutti,

Akkuma leenca bineensota bosonaa gidduu jiruu,

Akkuma leenca saafela tuuta hoolotaa gidduu jiru

Isa isaan gidduu darbee isaan butuudhaan isaan cicciruu ni taʼu;

Kan isaan oolchus hin jiru.

 9 Harki kee hamajaajota kee irratti ni kaʼa,

Diinonni kee hundi ni balleeffamu.”

10 Yihowaan akkana jedha;

“Guyyaa sanatti ani fardeen kee si gidduudhaa nan balleessa, gaariiwwan fardaa kees nan barbadeessa.

11 Magaalota biyya keetii nan balleessa,

Iddoowwan dallaa dhagaa qaban hundumaas nan diiga.

12 Ani falfala ati raawwattu* nan balleessa,

Namni falfala raawwatus si gidduu hin jiraatu.+

13 Fakkiiwwan kee warra bocamanii fi siidaawwan kee si gidduudhaa nan balleessa,

Atis kana booda hojii harka keetiitiif hin sagaddu.+

14 Utubaawwan waaqeffannaa* kee si gidduudhaa nan buqqisa,+

Magaalota kees haxaaʼee nan balleessa.

15 Ani saboota hin ajajamne irratti,

Aarii fi dheekkamsaan haaloo nan baʼa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi