LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • “Fakkeenya koo hordofaa” (1)

      • Seera matummaa fi mataa haguuggachuu (2-16)

      • Irbaata Gooftaa kabajuu (17-34)

1 Qorontos 11:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 3:17; 2Ta 3:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2010, ful. 12

1 Qorontos 11:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 14:9; Efe 4:15; Qol 2:10
  • +Efe 5:23; 1Ph 3:1
  • +1Qo 15:27, 28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2021, ful. 2-3

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2015, ful. 22-23

    5/15/2010, ful. 8-16

    5/15/2009, ful. 20

    3/1/2007, ful. 3-8

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 153-154

    Maatii, ful. 31-32

1 Qorontos 11:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:28; HoE 21:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 209-210

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2009, ful. 12-13

1 Qorontos 11:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:27

1 Qorontos 11:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 2:22, 23

1 Qorontos 11:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 2:18

1 Qorontos 11:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 211-212

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2009, ful. 24

1 Qorontos 11:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 2:21, 22
  • +1Qo 8:6

1 Qorontos 11:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:29, 30; 1Qo 1:12; 1Xi 4:1; 2Ph 2:1

1 Qorontos 11:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:19, 20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 28

1 Qorontos 11:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:20; Luq 22:14

1 Qorontos 11:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:26; Mar 14:22; Rom 7:4; 1Qo 10:17
  • +Luq 22:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2013, ful. 24-25

1 Qorontos 11:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:27; Mar 14:23; 1Qo 10:16
  • +Er 31:31; Ibr 8:8; 9:15
  • +Luq 22:20; Ibr 9:13, 14; 1Ph 1:18, 19
  • +Bau 12:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman, mataduree 45

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2013, ful. 25

1 Qorontos 11:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman, mataduree 45

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 16

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2010, ful. 27

    7/15/2008, ful. 27

1 Qorontos 11:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 27-28

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 23

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2015, ful. 15-16

1 Qorontos 11:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 13:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2015, ful. 15-16

1 Qorontos 11:30

Miiljaleewwan

  • *

    Karaa hafuuraa duʼuu kan argisiisu fakkaata.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2015, ful. 15-16

1 Qorontos 11:32

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ph 2:20; 3:7
  • +Ibr 12:5

1 Qorontos 11:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 11:29

Yaada Wal Simu

1Qor. 11:1Flp 3:17; 2Ta 3:9
1Qor. 11:3Rom 14:9; Efe 4:15; Qol 2:10
1Qor. 11:3Efe 5:23; 1Ph 3:1
1Qor. 11:31Qo 15:27, 28
1Qor. 11:5Yoe 2:28; HoE 21:8, 9
1Qor. 11:7Uma 1:27
1Qor. 11:8Uma 2:22, 23
1Qor. 11:9Uma 2:18
1Qor. 11:101Qo 4:9
1Qor. 11:12Uma 2:21, 22
1Qor. 11:121Qo 8:6
1Qor. 11:19HoE 20:29, 30; 1Qo 1:12; 1Xi 4:1; 2Ph 2:1
1Qor. 11:20Luq 22:19, 20
1Qor. 11:23Mat 26:20; Luq 22:14
1Qor. 11:24Mat 26:26; Mar 14:22; Rom 7:4; 1Qo 10:17
1Qor. 11:24Luq 22:19
1Qor. 11:25Mat 26:27; Mar 14:23; 1Qo 10:16
1Qor. 11:25Er 31:31; Ibr 8:8; 9:15
1Qor. 11:25Luq 22:20; Ibr 9:13, 14; 1Ph 1:18, 19
1Qor. 11:25Bau 12:14
1Qor. 11:282Qo 13:5
1Qor. 11:301Ta 5:6
1Qor. 11:322Ph 2:20; 3:7
1Qor. 11:32Ibr 12:5
1Qor. 11:341Qo 11:29
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 11:1-34

Qorontos Tokkoffaa

11 Akkuma ani fakkeenya Kiristoos hordofu, isinis fakkeenya koo hordofaa.+

2 Isin wanta hundumaatiin waan na yaadattanii fi barsiifata ani isinitti dabarse sana cimsitanii waan hordoftaniif isinan galateeffadha. 3 Haa taʼu malee, mataan dhiira hundumaa Kiristoos,+ mataan dubartii dhiira,+ mataan Kiristoos immoo Waaqayyo+ taʼuu isaa akka beektan nan barbaada. 4 Dhiirri mataa isaa haguuggatee kadhatu yookiin raajii dubbatu hundi isa mataa isaa taʼe sana salphisa; 5 dubartiin utuu mataa ishii hin haguuggatin kadhattu yookiin raajii dubbattu+ garuu isa mataa ishii taʼe sana salphisti; dubartiin akkana gootu mataa ishii akka haaddattetti ilaalamti. 6 Dubartiin mataa ishii hin haguuggattu taanaan, rifeensa ishii haa murattu; haa taʼu malee, dubartiin takka rifeensa ishii murachuun yookiin haaddachuun kan ishii qaanessu yoo taʼe haa haguuggattu.

7 Dhiirri bifaa+ fi ulfina Waaqayyoo waan taʼeef, mataa isaa haguuggachuu hin qabu; dubartiin garuu ulfina dhiiraa ti. 8 Sababiin isaas, dubartiitu dhiira irraa argame malee, dhiirri dubartii irraa hin argamne.+ 9 Kana malees, dubartiitu dhiiraaf uumame malee,+ dhiirri dubartiidhaaf hin uumamne. 10 Kanaan kan kaʼes, sababii maleekotaatiin dubartiin mallattoo aangoo jala taʼuu ishii argisiisu mataa ishii irraa qabaachuu qabdi.+

11 Taʼus, Gooftaa wajjin haala wal qabateen, dubartiin dhiira malee, dhiirris dubartii malee jiraachuu hin dandaʼan. 12 Sababiin isaas, akkuma dubartiin dhiira irraa argamte,+ dhiirris karaa dubartii argame; taʼus wanti hundi Waaqayyo biraa argame.+ 13 Mee isinumti ofii keessanii murteessaa: Dubartiin mataa ishii utuu hin haguuggatin Waaqayyotti kadhannaa dhiheessuun ishii sirrii dhaa? 14 Dhiirri rifeensa dheereffachuun isaa salphina akka taʼe uumamni illee isin hin barsiisuu? 15 Dubartiin garuu rifeensa ishii dheereffachuun ishiidhaaf ulfina dha. Sababiin isaas, rifeensi kan ishiidhaaf kenname haguuggii akka ishiidhaaf taʼuufi. 16 Namni kam iyyuu barsiifata kan biraa hordofuu qabna jedhee yoo falme garuu, nutis taane gumiin Waaqayyoo barsiifata kan biraa hin qabnu.

17 Haa taʼu malee, qajeelfama kana kanan isiniif kennu isin galateeffachuuf miti; sababiin isaas, isin wanta isin fayyaduuf utuu hin taʼin wanta isin miidhuuf walitti qabamtu. 18 Duraan dursee yommuu gumii keessatti walitti qabamtan wal qoqqooduun gidduu keessan akka jiru dhagaʼeera; anis kun dhugaa taʼuu isaa hamma tokko nan amana. 19 Isin keessaa warri fudhatama qaban adda baafamanii akka beekamaniif, gareewwan amantii isin gidduudhaa akka kaʼan beekamaa dha.+

20 Yommuu iddoo tokkotti walitti qabamtan, kan walitti qabamtan dhuguma Irbaata Gooftaa nyaachuuf miti.+ 21 Sababiin isaas, yommuu irbaata kana nyaattan, isin dursitanii irbaata keessan waan nyaattaniif, inni tokko ni beelaʼa, inni tokko immoo ni machaaʼa. 22 Mana itti nyaattanii fi itti dhugdan hin qabdanii? Yookiin gumii Waaqayyoo tuffachuudhaan warra homaa hin qabne qaanessituu? Egaa maalan isiniin jechuu dandaʼa ree? Isin galateeffachuun qabaa? Ani sababii kanaatiin isin hin galateeffadhu.

23 Wantan Gooftaa irraa fudhadhe dabarsee isinitti kenneera; Gooftaa Yesuus galgala+ dabarfamee kennametti maxinoo fuudhee, 24 erga galateeffatee booda caccabsee, “Kun foon koo isa isiniif kennamu argisiisa.+ Kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe. 25 Xoofoo sanas fuudhee akkasuma godhe;+ irbaata erga nyaatanii booda, “Xoofoon kun kakuu haaraa+ dhiiga kootiin hundeeffamu argisiisa.+ Yommuu xoofoo kana dhugdan hundatti, kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe. 26 Yommuu maxinoo kana nyaattanii fi xoofoo kana keessaa dhugdan hundatti, hanga inni dhufutti duʼa Gooftaa labsuu keessan itti fuftu.

27 Kanaafuu, namni utuu isaaf hin malin, maxinoo Gooftaa nyaatu yookiin xoofoo Gooftaa dhugu kam iyyuu, foonii fi dhiiga Gooftaa wajjin haala wal qabateen yakkamaa taʼa. 28 Jalqaba namni tokko erga of qoree booda kan isaaf malu taʼuu isaa haa mirkaneessu;+ maxinoo sana irraa nyaachuu, xoofoo sana irraas dhuguu kan dandaʼu yoo akkana godhe qofa dha. 29 Sababiin isaas, namni wanta qaamni sun bakka buʼu utuu hin hubatin nyaatuu fi dhugu murtii ofitti fida. 30 Isin keessaa hedduun kan dadhabanii fi kan dhukkubsatan kanaafi; namoonni baayʼeenis duʼaniiru.*+ 31 Utuu of qorreerra taʼee garuu, nutti hin murteeffamu ture. 32 Haa taʼu malee, yommuu nutti murteeffamu, nuti addunyaa wajjin akka hin yakkamneef,+ Yihowaan*+ nu adabaa jira jechuu dha. 33 Kanaafuu yaa obboloota koo, yommuu irbaata kana nyaachuuf walitti qabamtan wal eegaa. 34 Yommuu walitti qabamtan murtiin akka isinitti hin dhufneef, namni beelaʼe yoo jiraate mana isaatti haa nyaatu.+ Dhimmoota hafan garuu yeroon achi gaʼu nan sirreessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi