LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 32
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Warri cubbuun isaanii dhiifameef gammadoo dha

        • “Cubbuu koo sitti nan himadhe” (5)

        • Waaqayyo hubannaa siif kenna (8)

Faarfannaa 32:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 32:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhiifame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:18; HoE 3:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

Faarfannaa 32:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 4:7, 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

Faarfannaa 32:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

Faarfannaa 32:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “natti gadduun.”

  • *

    Ykn., “Jiidhinni lubbuu kootii jijjiirameera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 38:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2009, ful. 3

Faarfannaa 32:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 38:18; 51:4; 1Yo 1:9
  • +Lew 5:5; Fr 41:4
  • +2Sa 12:13; Fr 86:5; 103:3; Isa 44:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 314-315

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

Faarfannaa 32:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:13; Isa 55:6
  • +Fr 65:2, 3

Faarfannaa 32:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:9
  • +Bau 15:1; 2Sa 22:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2021, ful. 6

Faarfannaa 32:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:11
  • +Fak 3:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2009, ful. 25

    10/15/2008, ful. 4

Faarfannaa 32:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “sitti.”

  • *

    Kun miʼa fuula fardaa ykn gaangee irratti garanaa fi garasiin kaaʼamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:3; Er 8:6

Faarfannaa 32:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:8; Fak 13:21; 16:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2021, ful. 6

Yaada Wal Simu

Far. 32:1Isa 1:18; HoE 3:19
Far. 32:2Rom 4:7, 8
Far. 32:3Fak 28:13
Far. 32:4Fr 38:2
Far. 32:5Fr 38:18; 51:4; 1Yo 1:9
Far. 32:5Lew 5:5; Fr 41:4
Far. 32:52Sa 12:13; Fr 86:5; 103:3; Isa 44:22
Far. 32:6Fr 69:13; Isa 55:6
Far. 32:6Fr 65:2, 3
Far. 32:7Fr 9:9
Far. 32:7Bau 15:1; 2Sa 22:1
Far. 32:8Fr 86:11
Far. 32:8Fak 3:6
Far. 32:9Fak 26:3; Er 8:6
Far. 32:10Fr 34:8; Fak 13:21; 16:20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 32:1-11

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit. Maaskiil.*

32 Namni balleessaan isaa isaaf dhiifame, cubbuun isaas isaaf haguugame* gammadaa dha.+

 2 Namni Yihowaan yakkaan isa hin gaafanne,+

Gowwoomsaanis yaada isaa keessatti hin argamne gammadaa dha.

 3 Yommuun calluma jedhetti, guyyaa guutuu aaduu kootiin kan kaʼe lafeen koo ni dhume.+

 4 Sababiin isaas, halkanii fi guyyaa harki* kee natti ulfaateera.+

Jabinni koo akkuma bishaan hoʼa bonaa keessa jiruutti hurkeera.* (Seelaa)

 5 Dhuma irratti cubbuu koo sitti nan himadhe;

Dogoggora koo hin dhoksine.+

Ani, “Balleessaa koo Yihowaatti nan himadha” nan jedhe.+

Atis dogoggora koo fi cubbuu koo naaf dhiiste.+ (Seelaa)

 6 Yeroo ati argamtutti,+

Amanamaa kan taʼe hundi kadhannaa kan sitti dhiheessu kanaafi.+

Sana booda lolaan illee isa bira hin gaʼu.

 7 Ati anaaf iddoo dhokannaa ti;

Dhiphina irraas na eegda.+

Ililcha fayyinaatiin na marsita.+ (Seelaa)

 8 “Ani hubannaa siifan kenna, karaa irra deemuu qabdu ilaalchisees qajeelfama siifan kenna.+

Ija koo si irra kaaʼee sin gorsa.+

 9 Isin akka fardaa fi gaangee hubannaa hin qabnee hin taʼinaa,+

Isaan isinitti* dhihaachuu isaanii dura,

Luugamaa fi fuuloodhaan* toʼatamuu qabu.”

10 Rakkinni nama hamaa hedduu dha;

Namni Yihowaatti amanamu garuu jaalala isaa isa amanamaadhaan marfameera.+

11 Isin qajeelonni Yihowaatti gammadaa, ililchaas;

Isin warri garaa qajeelaa qabdan hundi ililchaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi