LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Dubartoonni torba dhiira tokkoof (1)

      • Wanti Yihowaan akka latu godhu ulfina qabeessa taʼa (2-6)

Isaayyaas 4:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kun salphina utuu hin heeruminii fi utuu ijoollee hin daʼin hafuudhaan gaʼu argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 3:25
  • +Uma 30:22, 23; Luq 1:24, 25

Isaayyaas 4:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:23; Yoe 3:18; Zak 9:17

Isaayyaas 4:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 32:32, 33

Isaayyaas 4:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “haxaaʼee balleessutti.”

  • *

    Kal., “bobbaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 22:20-22
  • +His 36:25

Isaayyaas 4:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:21; Lak 9:15; Zak 2:4, 5

Isaayyaas 4:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 121:5
  • +Isa 25:4

Yaada Wal Simu

Isa. 4:1Isa 3:25
Isa. 4:1Uma 30:22, 23; Luq 1:24, 25
Isa. 4:2Isa 30:23; Yoe 3:18; Zak 9:17
Isa. 4:3Bau 32:32, 33
Isa. 4:4His 22:20-22
Isa. 4:4His 36:25
Isa. 4:5Bau 13:21; Lak 9:15; Zak 2:4, 5
Isa. 4:6Fr 121:5
Isa. 4:6Isa 25:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 4:1-6

Isaayyaas

4 Guyyaa sanatti dubartoonni torba dhiira tokko qabanii,+

“Nuti nyaatuma ofii keenyaa ni nyaanna,

Uffatuma ofii keenyaas ni uffanna;

Salphinni* keenya akka nu irraa kaʼuuf,+

Maquma keetiin haa waamamnu” jedhu.

2 Guyyaa sanatti wanti Yihowaan akka latu godhu simbo qabeessaa fi ulfina qabeessa ni taʼa; firiin biyyattiis kooraa fi miidhagina warra Israaʼel irraa hafanii ni taʼa.+ 3 Warri Xiyoon keessa jiraatanii fi Yerusaalem keessatti hafan, jechuunis warri Yerusaalem keessatti jireenyaaf galmeeffaman hundi qulqulloota jedhamu.+

4 Yihowaan hafuura murtiittii fi hafuura gubutti*+ fayyadamee xurii* ijoollee durbaa Xiyoon yommuu dhiquu+ fi dhiiga Yerusaalem dhangalaaste ishii gidduudhaa yommuu qulqulleessu, 5 Yihowaan guutummaa naannoo Gaara Xiyoonii fi iddoo walgaʼiiwwan ishii irratti guyyaa duumeessaa fi aara, halkan immoo ifa ibiddaa ni uuma;+ wantoota ulfina qabeeyyii achitti argaman hundumaa irratti gaaddisni ni taʼa. 6 Kana malees, guyyaa guyyaa yeroo aduun gubdutti gaaddisa akka taʼuuf,+ akkasumas bakka obomboleettii fi bokkaa jalaa itti baqatanii fi eegumsa itti argatan akka taʼuuf godoon tokko ni jiraata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi