LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hojii Ergamootaa

      • Hafuurri qulqulluun guyyaa Phenxeqosxeetti dhangalaʼe (1-13)

      • Haasaa Pheexiros (14-36)

      • Namoonni hedduun wanta Pheexiros dubbate ni fudhatan (37-41)

        • Namoonni 3,000 ni cuuphaman (41)

      • Kiristiyaanonni wanta adda addaa waliin raawwatu turan (42-47)

Hojii Ergamootaa 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 23:16; Kes 16:9-11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 24-25

Hojii Ergamootaa 2:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 23-24

Hojii Ergamootaa 2:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 23

Hojii Ergamootaa 2:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “afaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 1:8; Yoh 14:26
  • +HoE 10:45, 46; 1Qo 12:8, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 150

Hojii Ergamootaa 2:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “saba samii jalatti argamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:17

Hojii Ergamootaa 2:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 23-24, 26-27

Hojii Ergamootaa 2:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 14:70; HoE 1:11

Hojii Ergamootaa 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:6
  • +Dan 8:1, 2
  • +1Ph 1:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 27-28

Hojii Ergamootaa 2:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:48

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 27, 29

Hojii Ergamootaa 2:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 150

Hojii Ergamootaa 2:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “haaraa.”

Hojii Ergamootaa 2:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 1:13

Hojii Ergamootaa 2:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuura koo irraa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2020, ful. 6-7

Hojii Ergamootaa 2:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuura koo irraa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 12:8, 10

Hojii Ergamootaa 2:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Hojii Ergamootaa 2:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:28-32; Rom 10:13

Hojii Ergamootaa 2:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:36; 14:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 16

Hojii Ergamootaa 2:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 19:10, 11; HoE 4:27, 28; 1Ph 1:20
  • +Luq 23:33; HoE 5:30; 7:52

Hojii Ergamootaa 2:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “hidhaa.” Kal., “dhiphina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:17, 18
  • +HoE 3:15; Rom 4:24; 1Qo 6:14; Qol 2:12; Ibr 13:20

Hojii Ergamootaa 2:25

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Ykn., “ija koo.”

Hojii Ergamootaa 2:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Foon koo abdiidhaan jiraata.”

Hojii Ergamootaa 2:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Haadis,” jechuunis bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 13:35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 66

Hojii Ergamootaa 2:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:8-11

Hojii Ergamootaa 2:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 2:10

Hojii Ergamootaa 2:30

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “firii mudhii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:12, 13; Fr 89:3, 4; 132:11

Hojii Ergamootaa 2:31

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Haadis,” jechuunis bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 66

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 16

    Barsiisaa, ful. 202-203

Hojii Ergamootaa 2:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:46-48; HoE 1:8; 3:15

Hojii Ergamootaa 2:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:34; Flp 2:9-11; 1Ph 3:22
  • +Yoh 14:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 31

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 15-16

Hojii Ergamootaa 2:34

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Hojii Ergamootaa 2:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 110:1; Luq 20:42, 43; 1Qo 15:25; Ibr 10:12, 13

Hojii Ergamootaa 2:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:18; Yoh 3:35; HoE 5:31
  • +Yoh 19:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 28-29

Hojii Ergamootaa 2:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:46, 47; HoE 17:30; 26:20
  • +Mat 26:27, 28; Efe 1:7
  • +Mat 28:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 29-30

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2013, ful. 18

Hojii Ergamootaa 2:39

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:28
  • +Yoe 2:32

Hojii Ergamootaa 2:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:5; Fr 78:8

Hojii Ergamootaa 2:41

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuuwwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 8:12; 18:8
  • +HoE 4:4; 5:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 29-30

Hojii Ergamootaa 2:42

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waliif hiruu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:46
  • +HoE 1:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2016, ful. 21-22

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2013, ful. 16-17

Hojii Ergamootaa 2:43

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 5:12

Hojii Ergamootaa 2:44

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 30

Hojii Ergamootaa 2:45

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 19:21
  • +HoE 4:32, 34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 30

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2008, ful. 30

Hojii Ergamootaa 2:47

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 5:14; 11:21; 1Qo 3:7

Yaada Wal Simu

HoE. 2:1Lew 23:16; Kes 16:9-11
HoE. 2:2HoE 4:31
HoE. 2:4Mar 1:8; Yoh 14:26
HoE. 2:4HoE 10:45, 46; 1Qo 12:8, 10
HoE. 2:5Bau 23:17
HoE. 2:7Mar 14:70; HoE 1:11
HoE. 2:92Mo 17:6
HoE. 2:9Dan 8:1, 2
HoE. 2:91Ph 1:1
HoE. 2:10Bau 12:48
HoE. 2:14HoE 1:13
HoE. 2:17Yoe 2:28
HoE. 2:181Qo 12:8, 10
HoE. 2:21Yoe 2:28-32; Rom 10:13
HoE. 2:22Yoh 5:36; 14:10
HoE. 2:23Yoh 19:10, 11; HoE 4:27, 28; 1Ph 1:20
HoE. 2:23Luq 23:33; HoE 5:30; 7:52
HoE. 2:24Yoh 10:17, 18
HoE. 2:24HoE 3:15; Rom 4:24; 1Qo 6:14; Qol 2:12; Ibr 13:20
HoE. 2:27HoE 13:35
HoE. 2:28Fr 16:8-11
HoE. 2:291Mo 2:10
HoE. 2:302Sa 7:12, 13; Fr 89:3, 4; 132:11
HoE. 2:31Fr 16:10
HoE. 2:32Luq 24:46-48; HoE 1:8; 3:15
HoE. 2:33Rom 8:34; Flp 2:9-11; 1Ph 3:22
HoE. 2:33Yoh 14:26
HoE. 2:35Fr 110:1; Luq 20:42, 43; 1Qo 15:25; Ibr 10:12, 13
HoE. 2:36Mat 28:18; Yoh 3:35; HoE 5:31
HoE. 2:36Yoh 19:6
HoE. 2:38Luq 24:46, 47; HoE 17:30; 26:20
HoE. 2:38Mat 26:27, 28; Efe 1:7
HoE. 2:38Mat 28:19
HoE. 2:39Yoe 2:28
HoE. 2:39Yoe 2:32
HoE. 2:40Kes 32:5; Fr 78:8
HoE. 2:41HoE 8:12; 18:8
HoE. 2:41HoE 4:4; 5:14
HoE. 2:42HoE 2:46
HoE. 2:42HoE 1:14
HoE. 2:43HoE 5:12
HoE. 2:45Mat 19:21
HoE. 2:45HoE 4:32, 34
HoE. 2:47HoE 5:14; 11:21; 1Qo 3:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hojii Ergamootaa 2:1-47

Hojii Ergamootaa

2 Guyyaa Ayyaana Phenxeqosxeetti+ hundi isaanii bakka tokkotti walitti qabamanii turan. 2 Akkuma tasaa sagaleen akka qilleensa jabaa bubbisuu taʼe tokko samii irraa ni dhagaʼame; mana isaan keessa taaʼan sanas ni guute.+ 3 Wantoonni arraba ibiddaa fakkaatan isaanitti ni mulʼatan; faffacaʼaniis tokkoon tokkoon isaanii irra tataaʼan; 4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+

5 Yeroo sanatti Yihudoonni biyyoota addunyaa maratti argaman* hundumaa keessaa dhufanii fi Waaqayyoof bulan Yerusaalem keessa jiru turan.+ 6 Kanaafuu, yeroo sagaleen kun dhagaʼamu, namoonni hedduun walitti ni qabaman; yommuu barattoonni afaan dhalootaa tokkoon tokkoon isaaniitiin dubbatan waan dhagaʼaniifis ni burjaajaʼan. 7 Baayʼee dinqisiifataniis akkana jedhan: “Namoonni dubbachaa jiran kun hundi namoota Galiilaa+ miti moo? 8 Maarree tokkoon tokkoon keenya akkamitti afaan dhalootaa keenyaan yommuu isaan dubbatan dhageenya? 9 Nuti warri Phaartee, warri Meedonii+ fi warri Eelaam,+ jiraattonni Mesophotaamiyaa, Yihudaa fi Qaphadooqiyaa, akkasumas warri Phonxosii fi koonyaa Eeshiyaa,+ 10 Firgiyaa, Phamfiliyaa, Gibxii fi naannoowwan Liibiyaa Qareenaa biratti argaman keessaa dhufne, nuti Yihudoonni, warri amantii Yihudootaa fudhannee fi Roomaadhaa dhufne,+ 11 nuti namoonni Qarxeesii fi Araboonni, namoonni kun afaanuma keenyaan hojiiwwan Waaqayyoo warra guguddaa yommuu dubbatan dhagaʼaa jirra.” 12 Hundi isaanii iyyuu baayʼee dinqisiifatanii fi burjaajaʼanii, “Wanti kun maali dha laata?” waliin jedhan. 13 Warri kaan garuu, “Daadhii wayinii hin danfine* quufanii ti” jedhanii isaanitti qoosan.

14 Pheexiros garuu warra Kudha Tokkoo wajjin kaʼee dhaabbatee+ sagalee isaa guddisee akkana isaaniin jedhe: “Isin yaa namoota Yihudaa, jiraattonni Yerusaalem hundis wanta kana beekaa; dubbii koos xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa. 15 Amma yeroon isaa ganama keessaa saʼaatii sadii waan taʼeef, namoonni kun akka isin yaaddan hin machoofne. 16 Kanaa mannaa, kun wanta karaa Yooʼel raajichaa akkana jedhamee dubbatame dha: 17 ‘Waaqayyo akkana jedha: “Guyyoota dhumaatti, ani hafuura koo* foon kan taʼe hunda irratti nan dhangalaasa; ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan raajii ni dubbatu; dargaggoonni keessan mulʼata ni argu; maanguddoonni keessanis abjuu ni abjuʼatu;+ 18 guyyoota sanatti garboota koo fi garbittiiwwan koo irratti illee hafuura koo* nan dhangalaasa, isaanis raajii ni dubbatu.+ 19 Ol samii irratti dinqiiwwan, gad lafa irrattis mallattoowwan nan argisiisa; dhiigni, ibiddii fi duumessi aaraa ni mulʼata. 20 Guyyaan Yihowaa* inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura, aduun ni dukkanoofti; addeessis gara dhiigaatti ni jijjiiramti. 21 Namni maqaa Yihowaa* waammatu hundi ni fayya.”’+

22 “Yaa namoota Israaʼel dubbii kana dhagaʼaa: Yesuus namni Naazireet hojiiwwan guguddaa, dinqiiwwanii fi mallattoowwan Waaqayyo karaa isaa isin gidduutti raawwateen,+ nama Waaqayyo ifatti isinitti mulʼise taʼuu isaa isinumti iyyuu ni beektu. 23 Namichi kun akkuma Waaqayyo murteessee fi dursee beekeen dabarfamee kenname;+ isinis harka namoota hamootiin muka irratti fannistanii isa ajjeestan.+ 24 Haa taʼu malee, duuti qabee isa hambisuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo aangoo* duʼaa jalaa isa gadhiisisee duʼaa isa kaase.+ 25 Sababiin isaas Daawit waaʼee isaa akkana jedheera: ‘Yeroo hunda Yihowaa* fuula koo* dura nan kaaʼadha; inni mirga kootiin waan jiruuf, ani matumaa hin raafamu. 26 Kanaan kan kaʼes, garaan koo ni gammade; arrabni koos guddaa ni ililche. Ani abdiidhaan nan jiraadha;* 27 sababiin isaas ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu; inni siif amanamaa taʼe akka tortoru hin heyyamtu.+ 28 Ati daandii jireenyaa na beeksisteetta; fuula kee duratti gammachuu na quubsita.’+

29 “Yaa obbolootaa, ani waaʼee Daawit isa mataa maatii ture sanaa, inni akka duʼee fi akka awwaalame,+ awwaalli isaas hanga harʼaatti akka nu bira jiru ifatti akkan dubbadhu naa heyyamaa. 30 Inni raajii waan turee fi Waaqayyo sanyii* isaa keessaa isa tokko teessoo isaa irra akka kaaʼu kakaadhaan waadaa akka isaaf gale waan beekeef,+ 31 Kiristoos Awwaala* keessatti akka hin hafnee fi foon isaas akka hin tortorre waaʼee duʼaa kaʼuu isaa dursee ni arge, akkasumas ni dubbate.+ 32 Waaqayyo, Yesuus kana duʼaa kaaseera; nuti hundi keenya kanaaf ragaa baatota dha.+ 33 Inni gara mirga Waaqayyootti waan ol kaafamee+ fi hafuura qulqulluu isa abdachiifame sana Abbaa biraa waan fudhateef,+ wanta isin argitanii fi dhageessan kana dhangalaase. 34 Daawit gara samiitti ol hin baane, garuu innumti iyyuu akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin akkana jedheera: 35 “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti mirga koo taaʼi.”’+ 36 Kanaafuu Waaqayyo, Yesuus isa isin muka irratti fannistan kana, Gooftaa fi Kiristoos akka godhe+ manni Israaʼel hundi dhuguma haa beeku.”+

37 Isaan wanta kana yeroo dhagaʼan garaan isaanii tuqamee Pheexirosii fi ergamoota warra kaaniin, “Yaa obbolootaa, maal gochuu qabna ree?” jedhan. 38 Pheexirosis akkana isaaniin jedhe: “Yaada geddaradhaa;+ tokkoon tokkoon keessanis cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf+ maqaa Yesuus Kiristoosiin cuuphamaa;+ hafuura qulqulluu isa Waaqayyo tola kennus ni fudhattu. 39 Sababiin isaas, abdichi+ isinii fi ijoollee keessaniif, akkasumas warra fagoo jiran hundumaa fi warra Waaqni keenya Yihowaan* ofitti waame hundumaafi.”+ 40 Dubbii kan biraa hedduudhaanis guutummaatti dhugaa isaaniif ni baʼe; akkasumas, “Dhaloota micciiramaa kana irraa oolaa” jechuudhaan cimsee isaan gorse.+ 41 Kanaafuu, namoonni dubbii isaa gammachuudhaan fudhatan ni cuuphaman;+ guyyaa sanatti namoonni* gara 3,000 taʼan ni dabalaman.+ 42 Isaanis barumsa ergamootaa cimsanii hordofuu isaanii, walitti qabamuu,* waliin nyaachuu+ fi kadhannaa dhiheessuu isaanii itti fufan.+

43 Namoonni* hundis sodaadhaan guutaman; ergamoonni dinqiiwwanii fi mallattoowwan hedduu hojjechuu jalqaban.+ 44 Warri amantoota taʼan hundi waliin turan; wanta qaban hundas waliin fayyadamu turan; 45 kana malees lafa isaanii fi qabeenya isaanii gurguranii+ maallaqa isaa akkuma tokkoon tokkoon isaaniitiif barbaachisutti hundumaaf hiru turan.+ 46 Guyyaa guyyaadhaan yeroo hunda yaada tokkoon mana qulqullummaa keessatti walitti ni qabamu turan; nyaata isaaniis gara mana adda addaatti geessanii gammachuu guddaa fi garaa qulqulluudhaan waliin nyaatu turan; 47 Waaqayyoon ni galateeffatu, namoota hunda birattis ulfina qabu turan. Yihowaanis* guyyaa guyyaadhaan namoota fayyan isaanitti dabala ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi