LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Obboloonni mana murtiitti wal himatan (1-8)

      • Namoota Mootummicha hin dhaalle (9-11)

      • Qaama keessaniin Waaqaaf ulfina kennaa (12-20)

        • “Halalummaa irraa baqadhaa!” (18)

1 Qorontos 6:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 18:15-17

1 Qorontos 6:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 2:26, 27; 20:4

1 Qorontos 6:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 16:20

1 Qorontos 6:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 18:17

1 Qorontos 6:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:39, 40

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/1/2002,

1 Qorontos 6:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin gowwoomfaminaa.”

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali, “Halalummaa.”

  • *

    Ykn., “dhiironni dhiirotaa wajjin saalqunnamtii raawwatan.” Kal., “dhiironni dhiirotaa wajjin ciisan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:5; Mul 22:15
  • +Mul 21:8
  • +Qol 3:5
  • +Ibr 13:4
  • +Rom 1:27
  • +1Xi 1:9, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 31

1 Qorontos 6:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 5:11
  • +Kes 21:20, 21; Fak 23:20; 1Ph 4:3
  • +Ibr 12:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 31

1 Qorontos 6:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 22:16; Ibr 10:22
  • +Efe 5:25, 26; 2Ta 2:13
  • +Rom 5:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 31

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2010, ful. 9-10

    4/15/2010, ful. 9

1 Qorontos 6:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “aangoo isaa jala na galchu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:23

1 Qorontos 6:13

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 14:17
  • +1Ta 4:3

1 Qorontos 6:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:24
  • +Rom 8:11; Efe 1:19, 20
  • +2Qo 4:14

1 Qorontos 6:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:4, 5; 1Qo 12:18, 27; Efe 4:15; 5:29, 30

1 Qorontos 6:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 2:24; Mat 19:4, 5

1 Qorontos 6:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:20, 21

1 Qorontos 6:18

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 39:10-12; 1Ta 4:3
  • +Rom 1:24, 27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

    Dammaqaa!,

    10/2013, ful. 13

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 27

    6/15/2008, ful. 10

1 Qorontos 6:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 3:16
  • +2Qo 6:16
  • +Rom 14:8

1 Qorontos 6:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:23; Ibr 9:12; 1Ph 1:18, 19
  • +Rom 12:1
  • +Mat 5:16

Yaada Wal Simu

1Qor. 6:1Mat 18:15-17
1Qor. 6:2Mul 2:26, 27; 20:4
1Qor. 6:3Rom 16:20
1Qor. 6:4Mat 18:17
1Qor. 6:7Mat 5:39, 40
1Qor. 6:9Efe 5:5; Mul 22:15
1Qor. 6:9Mul 21:8
1Qor. 6:9Qol 3:5
1Qor. 6:9Ibr 13:4
1Qor. 6:9Rom 1:27
1Qor. 6:91Xi 1:9, 10
1Qor. 6:101Qo 5:11
1Qor. 6:10Kes 21:20, 21; Fak 23:20; 1Ph 4:3
1Qor. 6:10Ibr 12:14
1Qor. 6:11HoE 22:16; Ibr 10:22
1Qor. 6:11Efe 5:25, 26; 2Ta 2:13
1Qor. 6:11Rom 5:18
1Qor. 6:121Qo 10:23
1Qor. 6:13Rom 14:17
1Qor. 6:131Ta 4:3
1Qor. 6:14HoE 2:24
1Qor. 6:14Rom 8:11; Efe 1:19, 20
1Qor. 6:142Qo 4:14
1Qor. 6:15Rom 12:4, 5; 1Qo 12:18, 27; Efe 4:15; 5:29, 30
1Qor. 6:16Uma 2:24; Mat 19:4, 5
1Qor. 6:17Yoh 17:20, 21
1Qor. 6:18Uma 39:10-12; 1Ta 4:3
1Qor. 6:18Rom 1:24, 27
1Qor. 6:191Qo 3:16
1Qor. 6:192Qo 6:16
1Qor. 6:19Rom 14:8
1Qor. 6:201Qo 7:23; Ibr 9:12; 1Ph 1:18, 19
1Qor. 6:20Rom 12:1
1Qor. 6:20Mat 5:16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 6:1-20

Qorontos Tokkoffaa

6 Isin gidduudhaa namni isa kan biraa wajjin wal dhabiinsa qabu tokko+ dhimma isaa qulqulloota duratti dhiheeffachuu mannaa, akkamitti mana murtii dhaqee jalʼoota duratti dhiheeffachuuf onnata? 2 Yookiin qulqulloonni addunyaatti akka murteessan hin beektanii?+ Maarree, isin addunyaatti kan murteessitan erga taatanii, dhimmoota baayʼee xixinnoo taʼan ilaaluuf gaʼumsa hin qabdanii? 3 Nuti maleekotatti illee akka murteessinu hin beektanii?+ Maarree dhimmoota jireenya ammaa keessatti isin mudatan irratti maaliif hin murteessitan? 4 Kanaafuu, dhimmoota jireenya ammaa keessatti murtii argachuu qaban yoo qabaattan,+ namoota gumii keessatti tuffataman abbootii murtii godhattuu? 5 Ani isin qaanessuufan kana dubbadha. Isin keessaa namni ogeessi obboloota isaa gidduutti murtii kennuu dandaʼu tokko illee hin jiruu? 6 Obboleessi obboleessa isaa mana murtiitti dhiheessa, isa iyyuu namoota hin amanne duratti!

7 Dhugaa dubbachuuf, mana murtiitti wal himachuun keessan iyyuu moʼamuu keessan argisiisa. Isinumti utuu miidhamtanii hin wayyuu?+ Isinumti utuu gowwoomfamtanii hin wayyuu? 8 Isin garuu ni miitu, akkasumas ni gowwoomsitu, isa iyyuu obboloota keessan!

9 Yookiin namoonni jalʼoota taʼan Mootummaa Waaqayyoo akka hin dhaalle hin beektanii?+ Hin dogoggorinaa.* Warri halaleen,*+ warri waaqolii tolfamoo waaqeffatan,+ ejjitoonni,+ warri gadhaaʼan,+ warri nama gadhoomsan,*+ 10 hattoonni, sassattoonni,+ warri machaaʼan,+ warri nama arrabsanii fi saamtonni Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+ 11 Isin keessaa tokko tokko namoota akkasii turtan. Haa taʼu malee, maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi hafuura Waaqa keenyaatiin dhiqamtanii+ qulqullooftaniittu,+ qulqulloota taataniittu, akkasumas qajeelota jedhamtaniittu.+

12 Wanti hundi naaf heyyamameera, taʼus wanti hundi hin fayyadu.+ Wanti hundi naaf heyyamameera, taʼus ani wanti kam iyyuu akka na toʼatu* hin heyyamu. 13 Nyaanni garaadhaafi, garaanis nyaataafi; Waaqayyo garuu lamaan isaanii iyyuu ni balleessa.+ Qaamni halalummaadhaaf* utuu hin taʼin hojii Gooftaatiif tajaajiluu qaba;+ Gooftaanis qaama ni kunuunsa. 14 Haa taʼu malee, Waaqayyo Gooftaa duʼaa kaaseera,+ nuunis humna isaatiin+ duʼaa ni kaasa.+

15 Qaamni keessan kutaa qaama Kiristoos akka taʼe hin beektanii?+ Maarree, kutaa qaama Kiristoos fuudhee kutaa qaama sagaagaltuu akka taʼu gochuun qabaa? Matumaa! 16 Namni sagaagaltuutti maxxanu ishii wajjin qaama tokko akka taʼu hin beektanii? Sababiin isaas, inni, “lamaan isaanii foon tokko taʼu”+ jedheera. 17 Namni Gooftaatti maxxanu kam iyyuu garuu hafuuraan+ isaa wajjin tokko taʼa. 18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+ 19 Qaamni keessan hafuura qulqulluu isa isin keessa jiruu fi Waaqayyo biraa argattaniif+ mana qulqullummaa+ akka taʼe hin beektanii? Kana malees, isin kan ofii keessanii miti;+ 20 sababiin isaas, isin gatiidhaan bitamtaniittu.+ Kanaafuu, karaa hundumaatiin qaama keessaniin+ Waaqayyoof ulfina kennaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi