LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 135
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Guddina isaatiif Yaahiin jajadhaa

        • Mallattoowwanii fi dinqiiwwan Gibxii irratti raawwataman (8, 9)

        • “Maqaan kee bara baraaf jabaatee dhaabbata” (13)

        • Waaqolii tolfamoo lubbuu hin qabne (15-18)

Faarfannaa 135:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 113:1; Mul 19:5

Faarfannaa 135:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 96:8; 116:19

Faarfannaa 135:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:68; Mat 19:17

Faarfannaa 135:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gatii guddaa qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:5; Kes 7:6

Faarfannaa 135:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:17; Fr 97:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

Faarfannaa 135:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 115:3; Isa 46:10

Faarfannaa 135:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Hurkoonni.”

  • *

    Ykn tarii, “Bokkaadhaaf boʼoo ni baasa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:21; Lak 11:31; Er 10:13; 51:16; Yon 1:4

Faarfannaa 135:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:12, 29

Faarfannaa 135:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 7:20; 8:6, 17; 9:6, 10, 23; 10:12, 21; Fr 136:15

Faarfannaa 135:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 44:2
  • +Iya 12:7, 8

Faarfannaa 135:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:23, 24
  • +Lak 21:33-35

Faarfannaa 135:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:23

Faarfannaa 135:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maqaan.” Kal., “yaadannoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:15; Fr 102:12

Faarfannaa 135:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni gaabba.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:31
  • +Kes 32:36

Faarfannaa 135:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 115:4-8; Isa 46:6; HoE 17:29; 1Qo 10:19

Faarfannaa 135:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +An 2:19

Faarfannaa 135:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 10:14

Faarfannaa 135:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:7
  • +Isa 44:9

Faarfannaa 135:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:8

Faarfannaa 135:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 3:17
  • +Fr 48:1; 132:13
  • +Mul 19:6

Yaada Wal Simu

Far. 135:1Fr 113:1; Mul 19:5
Far. 135:2Fr 96:8; 116:19
Far. 135:3Fr 119:68; Mat 19:17
Far. 135:4Bau 19:5; Kes 7:6
Far. 135:5Kes 10:17; Fr 97:9
Far. 135:6Fr 115:3; Isa 46:10
Far. 135:7Bau 14:21; Lak 11:31; Er 10:13; 51:16; Yon 1:4
Far. 135:8Bau 12:12, 29
Far. 135:9Bau 7:20; 8:6, 17; 9:6, 10, 23; 10:12, 21; Fr 136:15
Far. 135:10Fr 44:2
Far. 135:10Iya 12:7, 8
Far. 135:11Lak 21:23, 24
Far. 135:11Lak 21:33-35
Far. 135:12Iya 11:23
Far. 135:13Bau 3:15; Fr 102:12
Far. 135:14Bau 14:31
Far. 135:14Kes 32:36
Far. 135:15Fr 115:4-8; Isa 46:6; HoE 17:29; 1Qo 10:19
Far. 135:16An 2:19
Far. 135:17Er 10:14
Far. 135:18Fr 97:7
Far. 135:18Isa 44:9
Far. 135:20Kes 10:8
Far. 135:21Er 3:17
Far. 135:21Fr 48:1; 132:13
Far. 135:21Mul 19:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 135:1-21

Faarfannaa

135 Yaahiin jajadhaa!*

Maqaa Yihowaa jajadhaa;

Isin tajaajiltoonni Yihowaa,+

 2 Isin warri mana Yihowaa keessa,

Mooraawwan mana Waaqa keenyaa keessa dhaabbattan isa jajadhaa.+

 3 Yihowaan gaarii waan taʼeef,+ Yaahiin jajadhaa.

Kun kan nama gammachiisu waan taʼeef, maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*

 4 Sababiin isaas, Yaah Yaaqoobiin ofii isaatiif,

Israaʼeliinis qabeenya addaa* godhatee filateera.+

 5 Yihowaan guddaa taʼuu isaa,

Gooftaan keenya waaqolii kaan hundumaa caalaa guddaa+ taʼuu isaa akka gaariitti nan beeka.

 6 Yihowaan samii fi lafa irratti, galaanotaa fi iddoowwan gad fagoo hundumaa keessatti

Wanta gochuu barbaade hundumaa ni godha.+

 7 Duumessoonni* andaara lafaatii akka ol baʼan ni godha;

Bokkaaadhaaf bakakkaa ni qopheessa;*

Manneen kuusaa isaa keessaa bubbee ni baasa.+

 8 Inni namas taʼe horii,

Angafa warra Gibxii rukuteera.+

 9 Yaa Gibxii, inni si gidduutti mallattoowwanii fi dinqiiwwan

Faraʼoonii fi tajaajiltoota isaa hundumaa irratti ergeera.+

10 Saboota hedduu rukuteera,+

Mootota jajjaboos ajjeeseera;+

11 Sihoon mootii Amoorotaa,+

Oog mootii Baashaan,+

Akkasumas mootummoota Kanaʼaan hundumaa moʼeera.

12 Biyya isaanii dhaala godhee,

Israaʼel isa saba isaa taʼeef dhaala godhee kenneera.+

13 Yaa Yihowaa, maqaan kee bara baraaf jabaatee dhaabbata.

Yaa Yihowaa, beekamtiin* kee dhaloota hundumaa gidduutti itti fufa.+

14 Yihowaan saba isaatiif ni falma,+

Tajaajiltoota isaatiif garaa ni laafa.*+

15 Waaqolii tolfamoon sabootaa meetii fi warqii,

Warra hojii harka namaa taʼani dha.+

16 Afaan qabu, garuu dubbachuu hin dandaʼan;+

Ija qabu, garuu arguu hin dandaʼan;

17 Gurra qabu, garuu dhagaʼuu hin dandaʼan.

Afaan isaanii keessa hafuurri hin jiru.+

18 Namoonni isaan tolchan,

Warri isaanitti amanaman hundis+ akkuma isaanii ni taʼu.+

19 Yaa mana Israa’el, Yihowaa jajadhaa.

Yaa mana Aaron, Yihowaa jajadhaa.

20 Yaa mana Leewwii, Yihowaa jajadhaa.+

Isin warri Yihowaa sodaattan, Yihowaa jajadhaa.

21 Yihowaan inni Yerusaalem keessa jiraatu,+

Xiyoon keessaa haa jajamu.+

Yaahiin jajadhaa!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi