LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 61
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqni masaraa cimaa diina irraa eegu dha

        • ‘Dunkaana kee keessa keessummummaadhaan nan jiraadha’ (4)

Faarfannaa 61:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 5:2; 17:1; 28:2; 55:1

Faarfannaa 61:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “humna dhabutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yon 2:2
  • +Fr 27:5; 40:2

Faarfannaa 61:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:45; Fr 18:2; Fak 18:10

Faarfannaa 61:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:6; 27:4
  • +Fr 63:7

Faarfannaa 61:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 115:13

Faarfannaa 61:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Guyyoota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:50; 21:1, 4

Faarfannaa 61:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Waaqayyo dura ni jiraata.”

  • *

    Ykn., “ramadi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:16, 17; Fr 41:12
  • +Fr 40:11; 143:12; Fak 20:28

Faarfannaa 61:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:1; 66:13; Lal 5:4
  • +Fr 146:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2022, ful. 14

Yaada Wal Simu

Far. 61:1Fr 5:2; 17:1; 28:2; 55:1
Far. 61:2Yon 2:2
Far. 61:2Fr 27:5; 40:2
Far. 61:31Sa 17:45; Fr 18:2; Fak 18:10
Far. 61:4Fr 23:6; 27:4
Far. 61:4Fr 63:7
Far. 61:5Fr 115:13
Far. 61:6Fr 18:50; 21:1, 4
Far. 61:72Sa 7:16, 17; Fr 41:12
Far. 61:7Fr 40:11; 143:12; Fak 20:28
Far. 61:8Fr 65:1; 66:13; Lal 5:4
Far. 61:8Fr 146:2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 61:1-8

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Faarfannaa Daawit.

61 Yaa Waaqayyo, iyyan gargaarsa argachuuf dhageessisu dhaggeeffadhu.

Kadhannaa koo xiyyeeffannaadhaan dhagaʼi.+

 2 Garaan koo yommuu abdii kutatutti,*

Ani andaara lafaatii gara keetti nan iyyadha.+

Gara qarsaa ana irra ol dheeratutti na geessi.+

 3 Sababiin isaas, ati iddoo ani kooluu itti galu,

Masaraa cimaa diina irraa na eegu dha.+

 4 Dunkaana kee keessatti bara baraaf keessummummaadhaan nan jiraadha;+

Gaaddisa qoochoo keetii jalattis kooluu nan gala.+ (Seelaa)

 5 Yaa Waaqayyo, ati wareegawwan koo dhageesseetta.

Dhaala warra maqaa kee sodaataniis naaf kenniteetta.+

 6 Umurii* mootichaa ni dheeressita,+

Umuriin isaa dhalootaa hamma dhalootaatti ni taʼa.

 7 Inni bara baraaf Waaqayyo dura teessoo irra taaʼa;*+

Akka isa eeganiif, jaalala amanamaa fi amanamummaa isaaf ajaji.*+

 8 Sana booda yommuun guyyaa guyyaadhaan wareega koo raawwadhutti,+

Bara baraaf maqaa keetiif faarfannaa galataa nan faarfadha.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi