LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 3 Yohaannis
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 3 Yohaannis

    • Nagaa dhaamuu fi kadhannaa (1-4)

    • Gaayosiin galateeffate (5-8)

    • Diyooxiraaxis dura buʼaa taʼuu barbaada (9, 10)

    • Dimeexiros maqaa gaarii qaba (11, 12)

    • Karoora isa bira dhaquuf qabuu fi nagaa dhaamuu (13, 14)

3 Yohaannis 1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Jaarsicha.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 27

3 Yohaannis 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 27

3 Yohaannis 3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Yo 4

3 Yohaannis 4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “galateeffachuuf sababii naaf taʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:15; 2Xi 1:2; Tit 1:4; Flm 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 20

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 29

3 Yohaannis 5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 13:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 27, 29

3 Yohaannis 6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Tit 3:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 28

3 Yohaannis 7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:11, 12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 28-29

3 Yohaannis 8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:41; Rom 12:13; Flm 22; 1Ph 4:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 28-29

3 Yohaannis 9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:29, 30
  • +Rom 12:10; Flp 2:3; Ibr 13:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 28-29

    Masaraa Eegumsaa,

    2/1/2006, ful. 4

3 Yohaannis 10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 101:5; Fak 6:16, 19
  • +HoE 15:25, 27; Efe 6:21; Flp 2:19; Qol 4:7; Tit 1:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 28

    Masaraa Eegumsaa,

    2/1/2006, ful. 4

3 Yohaannis 11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:9; 1Ph 3:11
  • +1Yo 3:9
  • +1Yo 3:6, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 28-29

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 28-29

3 Yohaannis 12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2017, ful. 28

3 Yohaannis 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 29

Yaada Wal Simu

3Yoh. 32Yo 4
3Yoh. 41Qo 4:15; 2Xi 1:2; Tit 1:4; Flm 10
3Yoh. 5Ibr 13:2
3Yoh. 6Tit 3:13
3Yoh. 71Qo 9:11, 12
3Yoh. 8Mat 10:41; Rom 12:13; Flm 22; 1Ph 4:9
3Yoh. 9HoE 20:29, 30
3Yoh. 9Rom 12:10; Flp 2:3; Ibr 13:17
3Yoh. 10Fr 101:5; Fak 6:16, 19
3Yoh. 10HoE 15:25, 27; Efe 6:21; Flp 2:19; Qol 4:7; Tit 1:5
3Yoh. 11Rom 12:9; 1Ph 3:11
3Yoh. 111Yo 3:9
3Yoh. 111Yo 3:6, 10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
3 Yohaannis 1-14

Yohaannis Sadaffaa

1 Maanguddicha* irraa, Gaayos jaallatamaa isa ani garaadhaa jaalladhuuf.

2 Yaa obboleessa jaallatamaa, akkuma amma gaarii siif taʼee jiru, waan hundumaatiin akka siif milkaaʼuu fi fayyaa gaarii akka qabaattu siif nan kadhadha. 3 Obboloonni dhufanii dhugaa qabattee akka jirtu yommuu natti himan baayʼeen gammade; dhugaa keessa deddeebiʼuu kee itti fufteetta.+ 4 Ijoolleen koo dhugaa keessa deddeebiʼaa akka jiran dhagaʼuu caalaa wanti gammachuu guddaa naaf argamsiisu* hin jiru.+

5 Yaa obboleessa jaallatamaa, ati isaan beekuu baattus, wanta obbolootaaf gooteen amanamaa taʼuu kee argisiisteetta.+ 6 Isaan waaʼee jaalala keetii gumicha duratti ragaa baʼaniiru. Maaloo atis karaa Waaqayyoon gammachiisuun isaan geggeessi.+ 7 Sababiin isaas, isaan saboota kaan irraa homaa utuu hin fudhatin kan baʼan maqaa isaatiif jedhanii ti.+ 8 Kanaafuu, nutis dhugaa keessatti isaanii wajjin akka hojjennuuf, namoota akkasii keessummummaa simachuuf dirqamni nu irra jira.+

9 Ani wanta tokko gumichaaf barreesseen ture; taʼus, Diyooxiraaxis inni isaan gidduutti dura buʼaa taʼuu barbaadu+ waan tokko illee kabajaan+ nu irraa hin fudhatu. 10 Ani yoon dhufe, hojii inni hojjetu, jechuunis dubbii hamaa inni waaʼee keenya babalʼisu kanan saaxilu kanaafi.+ Kun iyyuu isatti hanqatee, obboloota+ kabajaan hin simatu; warra isaan simachuu barbaadanis dhowwuu fi gumii keessaa ariʼuuf yaala.

11 Yaa obboleessa jaallatamaa, fakkeenya warra wanta gaarii hojjetanii hordofi malee, fakkeenya warra wanta gadhee hojjetanii hin hordofin.+ Namni wanta gaarii hojjetu kan Waaqayyoo ti.+ Namni wanta gadhee hojjetu Waaqayyoon hin argine.+ 12 Dimeexiros hunda isaanii biratti maqaa gaarii qaba, dhugaanis kana mirkaneesseera. Nutis waaʼee isaa ragaa baʼaa jirra; wanti nuti ragaa baanu dhugaa taʼuu isaa beekta.

13 Ani wantan siif barreessu hedduu qaban ture; garuu kana caalaa biirii fi qalamiidhaan siif barreessuu hin barbaadu. 14 Haa taʼu malee, dhiheenyatti akkan si argu nan abdadha; yeroo sanatti fuulaa fuulatti waliin haasofna.

Nagaan siif haa taʼu.

Michoonni as jiran nagaa siif dhaamaniiru. Michoota achi jiranitti tokko tokkoon nagaa koo naaf himi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi