LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hojii Ergamootaa

      • Pheexirosii fi Yohaannis ni qabaman (1-4)

        • Lakkoofsi amantootaa dhiirota 5,000 taʼe (4)

      • Yaaʼii Saanhedriin duratti qoratamuu (5-22)

        • “Dubbachuu keenya dhiisuu hin dandeenyu” (20)

      • Ija jabina argachuuf kadhachuu (23-31)

      • Barattoonni wanta qaban waliin hiratan (32-37)

Hojii Ergamootaa 4:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 23:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 33-35

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2020, ful. 31

Hojii Ergamootaa 4:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:33; 17:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 33-35

Hojii Ergamootaa 4:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 21:12

Hojii Ergamootaa 4:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:41; 6:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 39

Hojii Ergamootaa 4:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “barreessitoonni.”

Hojii Ergamootaa 4:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 18:13
  • +Mat 26:57; Luq 3:2; Yoh 11:49-51

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2012, ful. 9

Hojii Ergamootaa 4:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 7:55

Hojii Ergamootaa 4:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 3:7

Hojii Ergamootaa 4:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 3:6
  • +HoE 2:36
  • +HoE 2:24; 5:30

Hojii Ergamootaa 4:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “mataa golee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 118:22; Isa 28:16; Mat 21:42; 1Ph 2:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 12-13

Hojii Ergamootaa 4:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:12; 14:6; 1Xi 2:5, 6
  • +Mat 1:21; HoE 10:43; Flp 2:9, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 37

Hojii Ergamootaa 4:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kana jechuun mana barumsaa warra rabbii galanii kan hin baranne jechuu dha malee, sirumaa kan hin baranne jechuu miti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:25; 1Qo 1:26, 27
  • +Yoh 7:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2009, ful. 10-11

    5/15/2008, ful. 30-31

    5/1/2006, ful. 21-22

Hojii Ergamootaa 4:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 3:11
  • +Luq 21:15

Hojii Ergamootaa 4:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 11:47
  • +HoE 3:9, 10

Hojii Ergamootaa 4:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 5:40

Hojii Ergamootaa 4:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 5:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 22

Hojii Ergamootaa 4:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:2; HoE 5:26

Hojii Ergamootaa 4:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mallattoodhaan.”

Hojii Ergamootaa 4:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:11; Nah 9:6; Fr 146:6

Hojii Ergamootaa 4:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 23:1, 2

Hojii Ergamootaa 4:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Ykn., “Kiristoos isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:1, 2

Hojii Ergamootaa 4:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 23:12
  • +Fr 45:7; HoE 10:38

Hojii Ergamootaa 4:28

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harka.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:10; Luq 24:44; HoE 2:23; 1Ph 1:20

Hojii Ergamootaa 4:29

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 38

Hojii Ergamootaa 4:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 3:16
  • +HoE 2:43; 5:12

Hojii Ergamootaa 4:31

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kadhannaa garaadhaa madde.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:2, 4
  • +1Ta 2:2

Hojii Ergamootaa 4:32

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “lubbuu.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:44, 45

Hojii Ergamootaa 4:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 1:21, 22; 4:2

Hojii Ergamootaa 4:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:44, 45

Hojii Ergamootaa 4:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 5:1, 2
  • +HoE 6:1

Hojii Ergamootaa 4:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 11:22; 12:25

Hojii Ergamootaa 4:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:33

Yaada Wal Simu

HoE. 4:1HoE 23:8
HoE. 4:2HoE 4:33; 17:18
HoE. 4:3Luq 21:12
HoE. 4:4HoE 2:41; 6:7
HoE. 4:6Yoh 18:13
HoE. 4:6Mat 26:57; Luq 3:2; Yoh 11:49-51
HoE. 4:8HoE 7:55
HoE. 4:9HoE 3:7
HoE. 4:10HoE 3:6
HoE. 4:10HoE 2:36
HoE. 4:10HoE 2:24; 5:30
HoE. 4:11Fr 118:22; Isa 28:16; Mat 21:42; 1Ph 2:7
HoE. 4:12Yoh 1:12; 14:6; 1Xi 2:5, 6
HoE. 4:12Mat 1:21; HoE 10:43; Flp 2:9, 10
HoE. 4:13Mat 11:25; 1Qo 1:26, 27
HoE. 4:13Yoh 7:14, 15
HoE. 4:14HoE 3:11
HoE. 4:14Luq 21:15
HoE. 4:16Yoh 11:47
HoE. 4:16HoE 3:9, 10
HoE. 4:17HoE 5:40
HoE. 4:20HoE 5:29
HoE. 4:21Luq 22:2; HoE 5:26
HoE. 4:24Bau 20:11; Nah 9:6; Fr 146:6
HoE. 4:252Sa 23:1, 2
HoE. 4:26Fr 2:1, 2
HoE. 4:27Luq 23:12
HoE. 4:27Fr 45:7; HoE 10:38
HoE. 4:28Isa 53:10; Luq 24:44; HoE 2:23; 1Ph 1:20
HoE. 4:30HoE 3:16
HoE. 4:30HoE 2:43; 5:12
HoE. 4:31HoE 2:2, 4
HoE. 4:311Ta 2:2
HoE. 4:32HoE 2:44, 45
HoE. 4:33HoE 1:21, 22; 4:2
HoE. 4:34HoE 2:44, 45
HoE. 4:35HoE 5:1, 2
HoE. 4:35HoE 6:1
HoE. 4:36HoE 11:22; 12:25
HoE. 4:37Luq 12:33
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hojii Ergamootaa 4:1-37

Hojii Ergamootaa

4 Pheexirosii fi Yohaannis utuu namoota sanatti dubbachaa jiranii luboonni, dura buʼaan eegdota mana qulqullummaa fi Saduuqonni+ gara isaanii dhufan. 2 Ergamoonni kun namoota barsiisaa fi Yesuus duʼaa kaʼuu isaa ifatti dubbachaa waan turaniif, isaan baayʼee isaanitti aaranii turan.+ 3 Kanaafuu, isaan qabanii yeroon isaa dhihee waan tureef hanga guyyaa itti aanutti mana hidhaatti isaan galchan.+ 4 Haa taʼu malee, namoota wanta isaan dubbatan dhagaʼan keessaa hedduun ni amanan; lakkoofsi dhiirotaas gara 5,000 taʼe.+

5 Guyyaa itti aanu bulchitoonni, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa* Yerusaalem keessatti walitti qabaman; 6 kana malees Haannaas+ dura buʼaan lubootaa, Qayyaafaan,+ Yohaannis, Iskindirii fi firoottan dura buʼaa lubootaa hundi achi turan. 7 Isaan Pheexirosii fi Yohaannisiin gidduu isaanii dhaabanii, “Aangoo maaliitiin yookiin maqaa eenyuutiin wanta kana gootan?” jedhanii isaan gaafachuu jalqaban. 8 Yeroo kanatti Pheexiros hafuura qulqulluudhaan guutamee+ akkana isaaniin jedhe:

“Yaa bulchitootaa fi maanguddoota sabaa, 9 nuti qoratamaa kan jirru wanta gaarii namicha naafate kanaaf gooneef yoo taʼee+ fi namicha kana kan fayyise eenyu akka taʼe beekuu kan barbaaddan yoo taʼe, 10 namichi kun fayyaa taʼee isin dura kan dhaabbate maqaa Yesuus Kiristoos nama Naazireet+ isa isin muka irratti fannistanii+ fi Waaqayyo garuu duʼaa isa kaaseen+ taʼuu isaa isin hundi keessanis taʼe namoonni Israaʼel hundi beekaa. 11 Inni, ‘dhagaa isa isin ijaartonni akka waan gatii hin qabneetti ilaaltanii fi dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe sana’ dha.+ 12 Kana malees, fayyinni nama kan biraa eenyuun iyyuu hin argamu; sababiin isaas, akka ittiin fayyinuuf samiidhaa gaditti+ maqaan namootaaf kenname kan biraan hin jiru.”+

13 Isaan, Pheexirosii fi Yohaannis ija jabinaan yommuu dubbatan arganii, namoota hin barannee*+ fi iddoo guddaa hin qabne akka taʼan hubatanii dinqisiifatan. Yesuusii wajjin akka turanis ni hubatan.+ 14 Namichi fayye sun isaanii wajjin dhaabbatee yommuu argan,+ deebii kennan dhaban.+ 15 Kanaafuu, galma yaaʼii Saanhedriin keessaa akka gad baʼan erga isaan ajajanii booda waliin mariʼachuu jalqaban; 16 akkana jedhan: “Namoota kana maal yoo goone wayya?+ Sababiin isaas, mallattoo guddaa namoonni Yerusaalem hundi beekan tokko raawwataniiru;+ nutis kana haaluu hin dandeenyu. 17 Kanaafuu, oduun kun kana caalaa namoota gidduutti akka hin babalʼanneef, kana booda maqaa kanaan eenyutti iyyuu akka hin dubbanne isaan akeekkachiisuudhaan isaan haa doorsisnu.”+

18 Kanaafuu, isaan waamanii maqaa Yesuusiin waan tokko iyyuu akka hin dubbanne yookiin akka hin barsiisne isaan ajajan. 19 Pheexirosii fi Yohaannis garuu akkana jedhanii isaaniif deebisan: “Waaqayyoon dhagaʼuu mannaa isiniin dhagaʼuun Waaqayyo duratti sirrii taʼuu fi dhiisuu isaa isinumti murteessaa. 20 Nuti garuu, waaʼee wantoota dhageenyee fi arginee dubbachuu keenya dhiisuu hin dandeenyu.+ 21 Kanaafuu, sababa itti isaan adaban waan hin argannee fi namoonni hundi wanta raawwatameen kan kaʼe Waaqayyoon galateeffachaa waan turaniif, namoota sana sodaatanii ammas doorsisanii isaan gadhiisan.+ 22 Namichi dinqiidhaan* fayye kun umuriin isaa waggaa 40 ol ture.

23 Erga gadhiifamanii boodas gara namoota isaanii dhaqanii wanta dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni isaaniin jedhan isaanitti himan. 24 Isaan yommuu kana dhagaʼan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii Waaqayyoon kadhatan:

“Yaa Gooftaa Ol Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta;+ 25 karaa afaan abbaa keenya Daawit tajaajilaa keetii hafuura qulqulluudhaan akkana jetteetta:+ ‘Saboonni kan jeeqaman, namoonnis wantoota duwwaa taʼan irratti kan xiinxalan maaliifi? 26 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabataniiru; bulchitoonnis tokko taʼanii walitti qabamanii Yihowaa* irrattii fi isa inni dibe* irratti kaʼaniiru.’+ 27 Dhuguma iyyuu Heroodisii fi Phonxiyos Philaaxos+ sabootaa fi namoota Israaʼelii wajjin magaalaa kana keessatti walitti qabamuudhaan, tajaajilaa kee Yesuus isa qulqulluu isa ati dibde irratti yeroo kaʼanitti wantoonni kun raawwatamaniiru;+ 28 kunis kan taʼe wanti ati humna* kee fi fedhii keetiin dursitee murteessite akka raawwatamuufi.+ 29 Ammas yaa Yihowaa,* doorsisa isaanii ilaali; garboonni kee ija jabina guddaadhaan dubbii kee dubbachuu isaanii akka itti fufan isaan gargaari; 30 harka kee isa fayyisuudhaaf diriire hin dachaasin; maqaa tajaajilaa kee Yesuus isa qulqulluudhaan+ ammas mallattoowwanii fi dinqiiwwan raawwadhu.”+

31 Erga wawwaannaa* dhiheessanii boodas, bakki isaan itti wal gaʼan sun ni sochoʼe; hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutamanii+ dubbii Waaqayyoo ija jabinaan dubbachuu jalqaban.+

32 Kana malees, warri amanan hedduun sun garaa tokkoo fi yaada* tokko qabu turan; isaan keessaa namni tokko illee wanti inni qabu kan isaa akka taʼe godhee hin dubbatu ture; kanaa mannaa wanta qaban hundatti waliin fayyadamu turan.+ 33 Ergamoonni humna guddaadhaan waaʼee duʼaa kaʼuu Gooftaa Yesuus dhugaa baʼuu isaanii itti fufan;+ gaarummaan Waaqayyoo inni guddaanis hunda isaanii irra baayʼinaan jira ture. 34 Warri lafa yookiin mana qaban hundi gurguranii maallaqa isaa waan fidaniif, isaan keessaa namni rakkatu tokko iyyuu hin jiru ture;+ 35 maallaqa isa fidanis ergamootatti kennu turan.+ Isaanis tokkoon tokkoon isaaniitiif akkuma isaan barbaachisutti hiru turan.+ 36 Yoseef inni ergamoonni Barnaabaas+ (hiikni isaa, “Ilma Jajjabinaa” jechuu dha) jedhanii waaman inni sanyii Leewwii fi lammii Qophros taʼes 37 lafa qaba ture; inni lafa isaa kana gurguree maallaqa isaa fidee ergamootatti kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi