LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Rakkinni jiraatus Waaqatti amanamuu

        • ‘Diinonni akkanatti hedduu kan taʼan maaliifi?’ (1)

        • “Fayyisuun kan Yihowaa ti” (8)

Faarfannaa 3:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 28

Faarfannaa 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:12; 16:15
  • +2Sa 12:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 28

Faarfannaa 3:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waaʼee lubbuu koo.”

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 16:7, 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 28

Faarfannaa 3:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:1
  • +Isa 45:25
  • +Fr 27:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 28-29

Faarfannaa 3:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:25; Fr 2:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 29

Faarfannaa 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 4:8; Fak 3:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 29

Faarfannaa 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 6:15, 16; Fr 27:3; Rom 8:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 30

Faarfannaa 3:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 4:10
  • +2Ta 1:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 30

Faarfannaa 3:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:39; Isa 43:11; Mul 19:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 30

Yaada Wal Simu

Far. 3:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Sa 15:14
Far. 3:12Sa 15:12; 16:15
Far. 3:12Sa 12:11
Far. 3:22Sa 16:7, 8
Far. 3:3Uma 15:1
Far. 3:3Isa 45:25
Far. 3:3Fr 27:6
Far. 3:42Sa 15:25; Fr 2:6
Far. 3:5Fr 4:8; Fak 3:24
Far. 3:62Mo 6:15, 16; Fr 27:3; Rom 8:31
Far. 3:71Xi 4:10
Far. 3:72Ta 1:6
Far. 3:8Fr 37:39; Isa 43:11; Mul 19:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 3:1-8

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit yeroo ilma isaa Abishaalom jalaa baqachaa turetti faarfate.+

3 Yaa Yihowaa, diinonni koo akkanatti hedduu kan taʼan,+

Namoonni baayʼeenis ana irratti kan kaʼan maaliifi?+

 2 Namoonni hedduun waaʼee koo,*

“Waaqayyo isa hin oolchu”+ jechaa jiru. (Seelaa)*

 3 Ati garuu yaa Yihowaa, gaachana natti marsee jiru,+

Ulfina koo+ fi isa mataa koo ol qabu dha.+

 4 Sagalee koo ol kaasee Yihowaa nan waammadha,

Innis gaara isaa isa qulqulluu irraa deebii naaf kenna.+ (Seelaa)

 5 Ani nan ciisa, nan rafas;

Yihowaan na gargaaruu isaa waan itti fufuuf,

Nagaadhaan nan dammaqa.+

 6 Kumaatama kudhan, warra kallattii hundumaatiin tarree galanii na irratti kaʼan,

Hin sodaadhu.+

 7 Yaa Yihowaa, kaʼi! Yaa Waaqa koo, na oolchi!+

Ati diinota koo hundumaa mangaagaa isaanii ni rukutta;

Ilkaan hamootaas ni caccabsita.+

 8 Fayyisuun kan Yihowaa ti.+

Eebbi kee saba kee irra jira. (Seelaa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi