LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 64
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Kadhannaan cubbuu irraa deebiʼuuf dhihaate itti fufe (1-12)

        • Yihowaan “Suphe Dhooftuu” dha (8)

Isaayyaas 64:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:10
  • +An 3:6

Isaayyaas 64:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “obsaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 130:6-8; Isa 25:9; Mik 7:7; 1Qo 2:9

Isaayyaas 64:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Sef 2:3; HoE 10:34, 35
  • +Isa 1:21; 63:10

Isaayyaas 64:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 12:2; 15:20

Isaayyaas 64:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Harka dogoggora keenyaatiin.”

  • *

    Kal., “baqnu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:17; Isa 57:17

Isaayyaas 64:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa nu tolche.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 63:16
  • +Isa 29:16; 45:9; Er 18:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2016, ful. 6-10

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2013, ful. 20-21

    6/15/2013, ful. 25

Isaayyaas 64:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:1; 79:5

Isaayyaas 64:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 79:1; Fru 1:4; 5:18; Mik 3:12

Isaayyaas 64:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bareedaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:17, 19; Er 52:12, 13

Isaayyaas 64:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:10, 11; Zak 1:12

Yaada Wal Simu

Isa. 64:3Bau 34:10
Isa. 64:3An 3:6
Isa. 64:4Fr 130:6-8; Isa 25:9; Mik 7:7; 1Qo 2:9
Isa. 64:5Sef 2:3; HoE 10:34, 35
Isa. 64:5Isa 1:21; 63:10
Isa. 64:6Lew 12:2; 15:20
Isa. 64:7Kes 31:17; Isa 57:17
Isa. 64:8Isa 63:16
Isa. 64:8Isa 29:16; 45:9; Er 18:6
Isa. 64:9Fr 74:1; 79:5
Isa. 64:10Fr 79:1; Fru 1:4; 5:18; Mik 3:12
Isa. 64:112Se 36:17, 19; Er 52:12, 13
Isa. 64:12Fr 74:10, 11; Zak 1:12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 64:1-12

Isaayyaas

64 Siin kan kaʼe gaaronni akka kirkiraniif,

Maal taʼa samiiwwan tarsaastee utuu gad buutee!

 2 Silaa akkuma ibiddi hanxaxii qabsiisee,

Bishaan danfisutti,

Maqaan kee diinota kee biratti ni beekama,

Saboonnis si duratti ni raafamu turan!

 3 Wantoota nama sodaachisan warra nuti abdachuu hin dandeenye yeroo raawwattetti,+

Ati gad ni buute, gaaronnis si duratti ni kirkiran.+

 4 Bara duriitii jalqabee si Waaqa isa warra abdiidhaan* isa eeggataniif jedhee tarkaanfii fudhatuun alatti

Waaqni kan biraan jiraachuu isaa kan dhagaʼe yookiin gurra isaatiin kan dhaggeeffate

Yookiin ija isaatiin kan arge tokko illee hin jiru.+

 5 Ati warra gammachuudhaan wanta sirrii taʼe raawwatan,+

Warra si yaadatanii fi daandiiwwan kee hordofanii wajjin wal argiteetta.

Kunoo, yeroo nuti cubbuu hojjechuu keenya itti fufnetti, ati ni dheekkamte,+

Nuti yeroo dheeraadhaaf akkana goone.

Maarree, amma ooluu qabnaa?

 6 Hundi keenya akka nama xuraaʼee ni taane,

Hojiin qajeelummaa keenyaa hundis akkuma huccuu laguu ni taʼe.+

Hundi keenya akkuma baalaatti ni coolligna,

Balleessaan keenyas akkuma bubbeetti nu fudhatee sokka.

 7 Namni maqaa kee waammatu tokko illee hin jiru,

Namni si qabachuuf kakaʼu tokko illee hin jiru,

Sababiin isaas, ati fuula kee nu jalaa dhoksiteetta,+

Dogoggora keenyaan kan kaʼes* akka dhumnu* gooteetta.

 8 Amma garuu yaa Yihowaa, ati Abbaa keenya.+

Nuti suphee dha, ati immoo Suphe Dhooftuu* dha;+

Hundi keenya hojii harka keetii ti.

 9 Yaa Yihowaa, garmalee nutti hin dheekkamin,+

Balleessaa keenyas bara baraaf hin yaadatin.

Hundi keenya saba kee waan taaneef, maaloo, gara keenya ilaali.

10 Magaalonni kee warri qulqulluun lafa onaa taʼaniiru.

Xiyoon lafa onaa taateetti,

Yerusaalem ona taateetti.+

11 Manni qulqullummaa keenya inni ulfina qabeessa* taʼe,

Bakki abbootiin keenya itti si jajachaa turan

Ibiddaan gubameera,+

Wantoonni bakka guddaa kenninuuf hundis barbadaaʼaniiru.

12 Yaa Yihowaa, kana hundumaa booda illee ati tarkaanfii fudhachuu irraa duubatti jettaa?

Calluma jettee ilaaltaa? Akka malee akka miidhamnu hoo ni heyyamtaa?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi