LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Seexanni waggaa 1,000f ni hidhame (1-3)

      • Warra Kiristoosii wajjin waggaa 1,000f bulchan (4-6)

      • Seexanni ni hiikama, achiis ni balleeffama (7-10)

      • Warri duʼan teessoo adii duratti murtiin isaaniif kenname (11-15)

Mulʼata 20:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 9:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2022, ful. 23-24

Mulʼata 20:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:3
  • +Uma 3:1
  • +Yoh 8:44
  • +Zak 3:1; Mul 12:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2022, ful. 23-24

Mulʼata 20:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 9:11
  • +Mul 20:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 230-232

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2093

Mulʼata 20:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa fi milj. Mul 6:9 ilaali.

  • *

    Kal., “qottoodhaan ajjeefamanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:15-17
  • +Mat 19:28; Luq 22:28-30; 2Xi 2:12; Mul 1:6

Mulʼata 20:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 24:15
  • +1Qo 15:23, 52; Flp 3:10, 11; 1Ta 4:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 19

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 12/2019, ful. 8

Mulʼata 20:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 14:13
  • +Mul 2:11; 20:14
  • +1Qo 15:54
  • +1Ph 2:9
  • +Mul 1:6; 5:9, 10

Mulʼata 20:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 19

Mulʼata 20:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 19

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 33

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 232-233

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2017, ful. 29-30

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2015, ful. 30

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 189-191

Mulʼata 20:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 1:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 33

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 189-191

Mulʼata 20:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ittifamu; hidhamu.” Milj. Mul 14:11 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:1
  • +Mul 19:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 76

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 33

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 233-234

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 189-191

Mulʼata 20:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 4:2, 3
  • +2Ph 3:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 213-214

Mulʼata 20:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 32:33; Fr 69:28; Dan 12:1
  • +Yoh 5:28, 29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 55

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2022, ful. 19, 26

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2016, ful. 29

    3/2016, ful. 21-22

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 213, 214-215

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2010, ful. 11

    3/15/2009, ful. 12

    2/15/2009, ful. 5

    1/15/2008, ful. 28

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 87

Mulʼata 20:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Haadisis,” jechuunis bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 10:42

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 66

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 87

Mulʼata 20:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Haadis,” jechuunis bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 25:8; 1Qo 15:26
  • +Mat 5:22; 18:9; Mul 21:8
  • +Mul 2:11; 20:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 66, 76

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 12/2019, ful. 8

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2081

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 87

Mulʼata 20:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:8
  • +Fak 10:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 5

Yaada Wal Simu

Mul. 20:1Mul 9:1
Mul. 20:2Mul 12:3
Mul. 20:2Uma 3:1
Mul. 20:2Yoh 8:44
Mul. 20:2Zak 3:1; Mul 12:9
Mul. 20:3Mul 9:11
Mul. 20:3Mul 20:7
Mul. 20:4Mul 13:15-17
Mul. 20:4Mat 19:28; Luq 22:28-30; 2Xi 2:12; Mul 1:6
Mul. 20:5HoE 24:15
Mul. 20:51Qo 15:23, 52; Flp 3:10, 11; 1Ta 4:16
Mul. 20:6Mul 14:13
Mul. 20:6Mul 2:11; 20:14
Mul. 20:61Qo 15:54
Mul. 20:61Ph 2:9
Mul. 20:6Mul 1:6; 5:9, 10
Mul. 20:92Mo 1:10
Mul. 20:10Mul 13:1
Mul. 20:10Mul 19:20
Mul. 20:11Mul 4:2, 3
Mul. 20:112Ph 3:7
Mul. 20:12Bau 32:33; Fr 69:28; Dan 12:1
Mul. 20:12Yoh 5:28, 29
Mul. 20:13HoE 10:42
Mul. 20:14Isa 25:8; 1Qo 15:26
Mul. 20:14Mat 5:22; 18:9; Mul 21:8
Mul. 20:14Mul 2:11; 20:6
Mul. 20:15Mul 17:8
Mul. 20:15Fak 10:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 20:1-15

Mulʼata Yohaannis

20 Anis maleekaan furtuu qilee+ qabuu fi funcaa guddaa harkatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buʼu nan arge. 2 Inni jawwicha,+ jechuunis bofa isa jalqabaa+ isa Diyaabilosii+ fi Seexana+ taʼe qabee waggaa 1,000f hidhe. 3 Hamma waggaan 1,000 sun xumuramutti sana booda saboota akka hin dogoggorsineef, qilee+ keessatti isa darbatee itti cufe; chaappaas irratti godhe. Sana booda yeroo gabaabaadhaaf gadhiifamuu qaba.+

4 Achiis teessoowwan nan arge, warri isaan irra taaʼanis akka murteessaniif aangoon isaaniif ni kenname. Eeyyee, lubbuu* warra Yesuusiif waan dhugaa baʼaniif, akkasumas waaʼee Waaqayyoo waan dubbataniif ajjeefamanii,* lubbuu warra bineensicha yookiin bifa fakkeenyaa isaa hin waaqeffannee, akkasumas mallattoo bineensichaa adda isaanii fi harka isaanii irratti hin fudhannee nan arge.+ Isaan gara jireenyaatti deebiʼanii mootota taʼanii Kiristoosii wajjin waggaa 1,000f bulchan.+ 5 (Warra duʼan+ keessaa kanneen hafan garuu hanga waggaan 1,000 sun xumuramutti gara jireenyaatti hin deebine.) Kun duʼaa kaʼuu isa jalqabaa ti.+ 6 Warri duʼaa kaʼuu isa jalqabaa keessaa qooda qaban hundi gammadoo fi qulqulloota dha;+ duuti inni lammaffaan+ isaan irratti aangoo hin qabu;+ kanaa mannaa, isaan luboota+ Waaqayyoo fi luboota Kiristoos taʼu; mootota taʼaniis waggaa 1,000f isaa wajjin ni bulchu.+

7 Akkuma waggaan 1,000 sun xumurameenis Seexanni iddoo itti hidhame sanaa ni gadhiifama; 8 achiis inni saboota golee lafaa arfanitti argaman, Googii fi Maagoogiin dogoggorsuuf, waraanaafis walitti isaan qabuuf ni baʼa. Lakkoofsi isaaniis akka cirracha galaanaa ti. 9 Isaan guutummaa lafaa irra tamsaʼanii buufata warra qulqullootaa fi magaalaa jaallatamtuu sanatti ni marsan. Taʼus, ibiddi samii irraa buʼee isaan fixe.+ 10 Diyaabilos inni isaan dogoggorsaa tures haroo ibiddaa fi dinyii keessatti, bakka bineensichii+ fi raajii sobduun sun jiranitti darbatame;+ isaan baraa hamma bara baraatti halkanii fi guyyaa dhiphatu.*

11 Anis teessoo adii guddaa fi isa teessicha irra taaʼe sana nan arge.+ Laftii fi samiin isa duraa baqatan,+ iddoonis isaaniif hin argamne. 12 Warri duʼan, warri xixinnaanii fi warri guguddaan teessoo sana dura dhaabbatanii nan arge; maraawwan kitaabaas ni banaman. Taʼus, maraan kitaabaa kan biraan ni baname, innis kitaaba jireenyaa ti.+ Warri duʼanis akkuma maraa kitaabaa sana keessatti barreeffametti akka hojii hojii isaaniitti murtiin isaaniif kenname.+ 13 Galaanni, warra duʼanii isa keessa jiran ni kenne; duutii fi Awwaallis* warra duʼanii isaan keessa jiran ni kennan; isaanis dhuunfaatti akka hojii hojii isaaniitti murtiin isaaniif kenname.+ 14 Duutii fi Awwaalli* haroo ibiddaa keessatti darbataman.+ Haroon ibiddaa+ kun duʼa isa lammaffaa+ argisiisa. 15 Kana malees, kitaaba jireenyaa keessatti barreeffamee kan hin argamne+ hundi haroo ibiddaa sana keessatti darbatame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi