LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Ximotewos 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Ximotewos

      • Guyyoota dhumaatti yeroon baayʼee rakkisaa taʼe ni dhufa (1-7)

      • Fakkeenya Phaawulos sirriitti hordofuu (8-13)

      • ‘Wantoota barattetti cimii itti fufi’ (14-17)

        • Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin barreeffaman (16)

2 Ximotewos 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:3; 1Xi 4:1; 2Ph 3:3; Yih 17, 18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 6

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 32

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2020, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 22-23

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2014, ful. 30

2 Ximotewos 3:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 185

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 22-25, 28-29

2 Ximotewos 3:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 185

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 29, 30-31

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2017, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2011, ful. 17

    7/15/2009, ful. 12-13

    8/1/2006, ful. 18-19

2 Ximotewos 3:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 185

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 22-23, 28, 30-31

2 Ximotewos 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:15, 22, 23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 185

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 31

2 Ximotewos 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 7:11, 12; 9:11

2 Ximotewos 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:17; 2Xi 1:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 14

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2013, ful. 28-29

2 Ximotewos 3:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 13:50
  • +HoE 14:1, 5, 6
  • +HoE 14:19
  • +2Qo 1:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2013, ful. 28-29

2 Ximotewos 3:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 16:24; Yoh 15:20; HoE 14:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 59

2 Ximotewos 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 2:11; 1Xi 4:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 185

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 50

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 10

2 Ximotewos 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 1:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2022, ful. 17

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 19-20

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2016, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2013, ful. 12

    5/1/2007, ful. 27-29

    7/1/2006, ful. 27-28

2 Ximotewos 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 22:6
  • +HoE 16:1, 2
  • +Yoh 5:39

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2022, ful. 17

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 19, 20-22

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 16

    5/1/2007, ful. 27-28, 29-30

    7/1/2006, ful. 27-28

    Maatii, ful. 53

2 Ximotewos 3:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “adabuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:26; 2Ph 1:21
  • +Rom 15:4
  • +1Qo 10:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2023, ful. 11

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 0, 108

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 217-218

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 1

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2016, ful. 24

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2013, ful. 12-16

    10/1/2008, ful. 20

    5/1/2006, ful. 24-25

2 Ximotewos 3:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2008, ful. 20

    5/1/2006, ful. 24-25

Yaada Wal Simu

2Xim. 3:1Mat 24:3; 1Xi 4:1; 2Ph 3:3; Yih 17, 18
2Xim. 3:5Mat 7:15, 22, 23
2Xim. 3:9Bau 7:11, 12; 9:11
2Xim. 3:101Qo 4:17; 2Xi 1:13
2Xim. 3:11HoE 13:50
2Xim. 3:11HoE 14:1, 5, 6
2Xim. 3:11HoE 14:19
2Xim. 3:112Qo 1:10
2Xim. 3:12Mat 16:24; Yoh 15:20; HoE 14:22
2Xim. 3:132Ta 2:11; 1Xi 4:1
2Xim. 3:142Xi 1:13
2Xim. 3:15Fak 22:6
2Xim. 3:15HoE 16:1, 2
2Xim. 3:15Yoh 5:39
2Xim. 3:16Yoh 14:26; 2Ph 1:21
2Xim. 3:16Rom 15:4
2Xim. 3:161Qo 10:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Ximotewos 3:1-17

Ximotewos Lammaffaa

3 Haa taʼu malee, guyyoota dhumaatti+ yeroon addaa baayʼee rakkisaa taʼe akka dhufu beeki. 2 Sababiin isaas, namoonni kan of jaallatan, maallaqa kan jaallatan, kan of jajan, kan of tuulan, arrabsitoota, warra isaaniitiif kan hin ajajamne, kan hin galateeffanne, amanamoo kan hin taane, 3 jaalala kan hin qabne, walii galuuf fedhii kan hin qabne, maqaa kan balleessan, kan of hin toʼanne, gara jabeeyyii, wanta gaarii kan hin jaallanne, 4 gantoota, mata jabeeyyii, boonuudhaan kan of bokoksan, Waaqa jaallachuu mannaa wanta isaan gammachiisu kan jaallatan taʼu; 5 Waaqa kan sodaatan fakkaatu, humna isaa garuu ni ganu;+ namoota akkasii irraa fagaadhu. 6 Warri manneen namootaa keessa loʼanii galan isaan kana keessaa kaʼu; isaan, dubartoota dadhaboo cubbuun irra tuulamee fi hawwii adda addaatiin asii fi achi oofaman boojiʼanii fudhatu; 7 dubartoonni kun yeroo hunda ni baratu, garuu matumaa beekumsa dhugaa isa sirrii bira gaʼuu hin dandaʼan.

8 Akkuma Yaaneesii fi Yaambires Musee morman, isaanis dhugaa mormuu isaanii itti fufu. Namoonni akkasii, sammuun isaanii guutummaatti kan mancaʼe yeroo taʼu, amantii wajjin haala wal qabateen fudhatama dhabaniiru. 9 Haa taʼu malee, akkuma namoota sana lamaanii gowwummaan namoota kanaa, hundumaa duratti ifatti waan mulʼatuuf eessa iyyuu hin gaʼan.+ 10 Ati garuu barumsa koo, akkaataa jireenyaa koo,+ kaayyoo koo, amantii koo, obsa koo, jaalala koo fi jabaadhee dhaabbachuu koo cimsitee hordofteetta; 11 ariʼatamaa fi rakkina Anxokiyaa,+ Iqooniyumii+ fi Lisxiraatti+ na irra gaʼes beekta. Ani ariʼatama kana dandaʼeera, Gooftaanis hunda isaanii irraa na oolcheera.+ 12 Eeyyee, namoonni Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan Waaqayyoof kan bulan taʼanii jiraachuu barbaadan hundi ni ariʼatamu.+ 13 Haa taʼu malee, hamoonnii fi fakkeessitoonni dogoggorsuu fi dogoggoruudhaan+ isa gadhee irraa gara isa caalaatti gadhee taʼetti deemu.

14 Ati garuu eenyu irraa akka baratte waan beektuuf, wantoota barattee fi itti amante sanatti cimii itti fufi;+ 15 daaʼimummaa keetii jalqabdee+ Kitaabota Qulqulluu+ fayyina Kiristoos Yesuusitti amanuudhaan argamuuf ogeessa si gochuu dandaʼan baratteetta.+ 16 Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffaman+ yeroo taʼu, barsiisuuf,+ balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan leenjisuuf* fayyadu;+ 17 kunis namni Waaqaa hojii gaarii hundumaatiif akka gaariitti hidhachuudhaan guutummaatti kan qophaaʼe akka taʼuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi