LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 111
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Hojiiwwan isaa guguddoodhaaf Yihowaa jajadhaa

        • Maqaan Waaqaa qulqulluu fi sodaachisaa dha (9)

        • Yihowaa sodaachuun ogummaa dha (10)

Faarfannaa 111:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 68:4; 113:1; Mul 19:1
  • +Fr 9:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 14

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 20

Faarfannaa 111:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:1; 139:14; Mul 15:3
  • +Fr 77:12; 143:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 14

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 20-21

Faarfannaa 111:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 21-22

Faarfannaa 111:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:19; Iya 4:5-7
  • +Bau 34:6; Yaq 5:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 21-22

Faarfannaa 111:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:25; Mat 6:33
  • +Fr 89:34; 105:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 22

Faarfannaa 111:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 44:2; 105:44

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 22-23

Faarfannaa 111:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4
  • +Fr 19:8; Isa 55:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 23

Faarfannaa 111:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hundee gaarii kan qabani dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 3

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 23

Faarfannaa 111:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:13; Luq 1:68; Mul 7:10
  • +Fr 89:7; Isa 6:2, 3; Luq 1:49; Mul 4:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 23-24

Faarfannaa 111:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “isaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 28:28; Fak 1:7; Lal 12:13
  • +Kes 4:6; Iya 1:7, 8; 1Mo 2:3; Fr 119:100; 2Xi 3:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 24

Yaada Wal Simu

Far. 111:1Fr 68:4; 113:1; Mul 19:1
Far. 111:1Fr 9:1
Far. 111:2Fr 98:1; 139:14; Mul 15:3
Far. 111:2Fr 77:12; 143:5
Far. 111:3Fr 103:17
Far. 111:4Kes 31:19; Iya 4:5-7
Far. 111:4Bau 34:6; Yaq 5:11
Far. 111:5Fr 37:25; Mat 6:33
Far. 111:5Fr 89:34; 105:8
Far. 111:6Fr 44:2; 105:44
Far. 111:7Kes 32:4
Far. 111:7Fr 19:8; Isa 55:10, 11
Far. 111:8Fr 19:9
Far. 111:9Bau 15:13; Luq 1:68; Mul 7:10
Far. 111:9Fr 89:7; Isa 6:2, 3; Luq 1:49; Mul 4:8
Far. 111:10Iyo 28:28; Fak 1:7; Lal 12:13
Far. 111:10Kes 4:6; Iya 1:7, 8; 1Mo 2:3; Fr 119:100; 2Xi 3:14, 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 111:1-10

Faarfannaa

111 Yaahiin jajadhaa!*+

א [Aleef]

Garee qajeelotaa walitti qabamee fi gumii keessatti

ב [Beet]

Garaa koo guutuudhaan Yihowaa nan jajadha.+

ג [Giimel]

 2 Hojiin Yihowaa guddaa dha;+

ד [Daalet]

Namoonni itti gammadan hundi isa ni qoʼatu.+

ה [Hii]

 3 Gochi isaa ulfina qabeessaa fi simbo qabeessa dha,

ו [Waaw]

Qajeelummaan isaas bara baraaf jabaatee dhaabbata.+

ז [Zaayin]

 4 Hojiiwwan isaa warri dinqisiisoo taʼan akka yaadataman godha.+

ח [Heet]

Yihowaan gara laafessaa* fi araara qabeessa dha.+

ט [Teet]

 5 Warra isa sodaataniif nyaata ni kenna.+

י [Yood]

Kakuu isaa bara baraaf ni yaadata.+

כ [Kaaf]

 6 Dhaala sabootaa isaaniif kennuudhaan,+

ל [Laamed]

Hojiiwwan isaa warra ciccimoo saba isaatiif ibseera.

מ [Meem]

 7 Hojiiwwan harka isaa dhugaa fi haqa dha;+

נ [Nuun]

Ajajawwan isaa hundi kan amanamani dha.+

ס [Saamek]

 8 Isaan ammas taʼe bara baraaf yeroo hundumaa amansiisoo dha;*

ע [Ayiin]

Dhugaa fi qajeelummaa irrattis kan hundaaʼani dha.+

פ [Pee]

 9 Inni saba isaatiif furii kenneera.+

צ [Tsadee]

Kakuun isaa bara baraaf akka turu ajajeera.

ק [Qoof]

Maqaan isaa qulqulluu fi sodaachisaa dha.+

ר [Reesh]

10 Yihowaa sodaachuun jalqaba ogummaa ti.+

ש [Siin]

Warri ajajawwan isaa* eegan hundi hubannaa akka qaban argisiisu.+

ת [Taaw]

Jajamuun isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi