Ittiin Baafata
Caamsaa 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
ADOOLESSA 2-8, 2012
Gaaʼela Isa Kennaa Waaqayyoo Taʼe Ni Dinqisiifattaa?
FUULA 3 • FAARFANNAA: 36, 28
ADOOLESSA 9-15, 2012
Gaaʼela Keessan Oolchuuf Carraaqqii Godhaa
FUULA 8 • FAARFANNAA: 36, 11
ADOOLESSA 16-22, 2012
Yihowaatti Amanamaa Inni Waaqa ‘Yeroofi Kutaa Baraati’
FUULA 17 • FAARFANNAA: 43, 24
ADOOLESSA 23-29, 2012
Ulfina Yihowaa Calaqqisaa Jirtaa?
FUULA 23 • FAARFANNAA: 45, 11
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 3-12
Matadureewwan kun gorsa gaarii Yihowaarraa argamuufi gaaʼela keessatti hojiirra oluu dandaʼan qabataniiru. Dinqisiifannaa gaaʼela isa kennaa Waaqayyoo taʼeef qabnus nuu cimsu. Keessumaammoo, gaaʼelli keenya akka hin diigamne gochuufi gorsa Caaffata Qulqullaaʼoo hojiirra oolchuun gaaʼela keessatti gammachuu akkamii akka argamsiisu addeessu.
MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 17-21
Matadureen kun Yihowaan wanta dubbate tokko raawwachuuf yeroo sirriitti kan eegu taʼuusaa ibsa. Barumsi kun amantii Yihowaafi Macaafa Qulqulluurratti qabnu nuu cimsa. Akkasumas yeroo itti guyyaa fayyinaa Yihowaa biraa eeggannu kanatti murtoo yeroo keenyatti akka gaariitti fayyadamuuf goone nuu cimsa.
MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 23-27
Nuti ilmaan namootaa Waaqayyoon kan jaallannu taanus, cubbuu dhaalleerra. Matadureen kun ulfina Yihowaa calaqqisuuf fedhii kan qabnu taʼuu keenyarrayyuu kana gochuu akkamitti akka dandeenyu ibsa. Waaqayyoon fakkaachuus taʼe isa gammachiisuuf maal gochuu akka qabnus ni ibsa. (Efe. 5:1) Akkasumas ulfina isaaf kennuu keenya itti fufuu akkamitti akka dandeenyu addeessa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
13 Maanguddoota Ogeeyyii Taʼanitti Baayʼeen Dhihaadhan Ture
28 “Raacitii Warra Fariisotaa Irraa . . . Of Eeggadhaa”
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Tuuluuz, Faransaay bakka konkolaataan dhaabatutti hiriyoonni gaaʼelaa qajeelchaa taʼan konkolaachistootaaf siʼa lallaban. Magaalattii keessa konkolaataa feʼumsaa biyyoota Awurooppaa garaagaraatii dhufaniifi 1,800 ol taʼantu guyyaa guyyaadhaan darba
FARANSAAYI
BAAYʼINA UUMMATAA
62,787,000
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
120,172
WAGGOOTA SHAN DARBANITTI QAJEELCHITOOTA DABALAN
Parsantii 119