LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Guraandhala ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DAMMAQAA!
  • Caqasa: Fak 13:20
  • WAAQAYYOON DHAGGEEFFADHU
  • Caqasa: Er 29:11
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Guraandhala ful. 1
Indooneeshiyaa keessatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu yommuu kennan

Obboleettonni, Indooneeshiyaa keessatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhutti fayyadamanii yommuu tajaajilan

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Baruu Dammaqaa! Lakk. 1 2016 | Ilaalchi Jijjiirama ni Fida!

Gaaffii: Barruu Dammaqaa! dhiheenyatti baʼe sii kennuun dhufe. Mee gaaffii fuula 2 irra jiru qalbeeffadhu. Maal sitti fakkaata?

Caqasa: Fak 24:10

Barreeffamicha Kennuuf: Mata dureen kun yaada dabalataa kanaa wajjin wal simu ibsa.

DAMMAQAA!

Gaaffii: Michoota gaarii filachuun barbaachisaa sitti hin fakkaatuu?

Caqasa: Fak 13:20

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun Dammaqaa! kun michoota gaarii filachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa. [Mata duree fuula 10-11 irra jiru itti argisiisi.]

WAAQAYYOON DHAGGEEFFADHU

Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu

Gaaffii: Addunyaa kana fakkaatu keessa jiraachuu hin barbaadduu? [Fuula 2-3 itti argisiisiitii hanga deebii kennutti eegi.]

Caqasa: Er 29:11

Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun Waaqayyoon dhaggeeffachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼee fi gara fuulduraatti maal akka inni nuuf yaade ibsa. [Fuula 4-5 irratti mariʼadhaa.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi