LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/05 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2005
km 2/05 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Mud. 1

“Ilmaan namaa bineensotarraa adda baasuuf kan gargaaru amalli inni tokko waan sirrii ta’eefi dogoggora ta’e addaan baasuu danda’uusaaniiti. Kan nama gaddisiisu garuu namoonni baay’een wantoota gadhee raawwatu. Kun kan ta’e maaliif sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi. Achii Ermiyaas 17:9 ykn Mul’ata 12:9 dubbisiif.] Barruun kun wanta sirrii ta’e beekuufi raawwachuuf gargaarsa eessaa akka argannu ibsa.”

Dammaqaa! Mud. 2004

“Ijoolleen dhiibbaawwan yeroo ammaa isaanirra ga’an mo’uuf qajeelfamni isaan barbaachisa yoo jedhame walii hin galtuu? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Efesoon 6:4 dubbisiif.] Barruun kun adaba jechuun maal jechuu akka ta’e bal’inaan ibsa. Akkasumas warri ijoolleessaanii utuu hin dheekkamsiisin karaa qajeelfamaafi adaba kennuu danda’an addeessa.”

MASARAA EEGUMSAA Mud. 15

“Namoonni addunyaa maratti argaman, waggaa waggaadhaan tibba kanatti guyyaa dhaloota Yesus karaa adda addaatiin ni kabaju. Raajiin Macaafa Qulqulluu, dhalachuu Yesus nagaa bara baraa wajjin wal qabsiisee ibsu akka jiru beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Isaayaas 9:6, 7 dubbisiif.] Barruun kun, nagaan caqasa kanarratti ibsame akkamitti akka argamu addeessa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi