LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/09 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 3/09 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Amajjii-Bitootessa

“Hayyoonni jireenya maatii keessatti ga’ee guddaa abbootiin raawwatan hubataniiru. Nama tokko abbaa gaarii kan taasisu maalidha jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Yesus fakkeenyi Abbaasaa hammam akka isa gargaare jabeessee ibseera. [Yohannis 5:19 dubbisiif.] Barruun kun ga’ee abbaan raawwatu ilaalchisee qabxii barbaachisoo ta’an ja’a ibsa.” Mataduree fuula 24⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

Dammaqaa! Bitootessa

“Hundi keenya hiriyaa gaarii qabaachuu barbaanna. Amalawwan gaarii hiriyaan tokko qabaachuu qabu kamfa’i jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Yaada Macaafa Qulqulluurra jiru kana mee hubadhu. [Fakkeenya 17:17 dubbisiif.] Matadureen kun yaada hiriyaa gaarii filachuufis ta’e, warra kaaniif hiriyaa gaarii ta’uuf gargaaru qabateera.” Mataduree fuula 18⁠rra jiru itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Amajjii-Bitootessa

“Abbaan manaafi haati manaa gorsa Macaafa Qulqulluu kana hojiirra utuu oolchanii hariiroon gaa’elasaanii ni cima jettee yaaddaa? [Iyoob 31:1 dubbisiif. Achiis hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen kun seerawwan bu’uuraa Macaafa Qulqulluu hiriyoonni gaa’elaa waadaasaanii eeganii jiraachuuf isaan gargaaru qabateera.” Mataduree fuula 28⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

Dammaqaa! Ebla

“Ijoolleen barumsarra jiran hedduun yaaddoo keessa kan jiran fakkaata. Yeroo warrisaanii ijoollee turanirra barri ammaa akka jijjiirame sitti dhaga’amaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Garmalee yaadda’uun miidhaa geessisuu danda’a. [Lallaba 7:7a dubbisiif.] Barruun kun ijoolleen yaaddoo isaanirra ga’u akka mo’aniif, ga’eessota kan ta’an akkamitti isaan gargaaruu akka danda’an ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi