LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/09 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2009
km 10/09 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Onkoloolessa-Muddee

“Namoonni tokko tokko amantiiwwan addaddaa akkuma daandiiwwan addaddaa gaara tokkotti nama geessanii wajjin wal fakkaatu jedhanii dubbatu. [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Maatewos 7:13, 14 dubbisiif.] Barruun kun yaada Macaafa Qulqulluu amantii gaariin barsiisuu qabu sadii ibsa.”  

Dammaqaa! Onkoloolessa

“Yeroo ammaatti maatiiwwan rakkina hedduu akka qaban ni amantaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Maatiiwwan hedduun gorsa gaarii Macaafa Qulqulluu keessatti argamu hin beekan. Fakkeenya kana ilaali.” [Caqasa barruu sana keessatti argamu tokko dubbisi.] Barruun Dammaqaa! maxxansa addaa kun, seerri bu’uuraa Macaafa Qulqulluu, maatiiwwan rakkina addaddaa qaban akkamitti mo’uu akka danda’an ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Onkoloolessa-Muddee

“Namoonni hedduun Macaafa Qulqulluu yoo qabaatanillee hubachuun isaan rakkisa. Atoo akkas sitti dhaga’amee beekaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Caqasni kun, Waaqayyo Macaafa Qulqulluu akka hubannuufi faayidaa akka irraa argannu kan barbaadu ta’uusaa nu hubachiisa. [Faarfannaa 119:130 dubbisiif.] Barruun kun yaadawwan Macaafa Qulqulluu hubachuuf nu gargaaran sadii ibsa.”

Dammaqaa! Sadaasa

“Meeshaawwan akka moobaayiliifi kompiitarii ta’an yeroodhaa gara yerootti babal’achaa dhufaniiru. Meeshaawwan kanatti fayyadamuun yeroo kan qusatumoo yeroo kan gubu sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni hedduun yeroo keenya akka gaariitti fayyadamuu ilaalchisee gorsa kanatti walii galu. [Efesoon 5:15, 16 dubbisiif.] Barruun kun, karaa sirrii ta’eefi warra kaaniif akka yaadnu argisiisuun teknooloojiitti akkamitti fayyadamuu akka qabnu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi